Oduu biyya keessaa Kan dhaabnu dhaloota dhufuufi – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy kutaa magaalaa Eekkatti Biqiltuu Ashaaraa Magarisaa dhaabaniiru. Dooktar Abiy magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Biqiltuun har’aa dhaabnu faalama qilleensaa ittisuuf gaachana keenya-Aadde Adaanech Abeebe Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- “Biqiltuun har’a dhaabnu soorata borii, gaaddisaa da’oo keenyaa akkasumas faalama qilleensaa borii ittisuuf gaachaa keenya” jechuun Kantiibaan Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Paarlaamaa sagantaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeessan Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka bu’oota Ummataa fi hojjettoonni waajjiricha sagantaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis sagantaa Ashaaraa Magariisaa Naannoo Oromiyaa eegalchiisan Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuuf…
Oduu biyya keessaa Dippiloomatonni teessoon isaanii Finfinnee ta’e biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)-Dippiloomatonni teessoo isaanii Finfinnee taasifatan Sagantaa Ashaara Magariisaan biqiltuu dhaabaniiru. Sirna kanarrati Itti Aanaan Muummee Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira. Magaalichatti har’a biqiltuu miiliyoona 4 dhaabuuf…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaaritti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Naannoo Afaariitti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera. Naannichatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu Aduu tokkotti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Galaanitti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Galaanitti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera. Magaalaa galaanitti biqiltuu guyyaa 1 dhaabbatu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaratti Guyyaa tokkotti duulli biqiltuu miiliyoona 260 dhaabuu eegalameera. Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)-Sadarkaa biyyaalessaatti qaama guyyaa tokotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu kan ta’ee duullii biqiltuu har’aa ganamaan dhaabuu naannoo amaaraa bakkaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera. Naannichatti har’a sa’aatii 12:00 eegalee biqiltuu…