Oduu biyya keessaa Aartisti Ibraahim Adam du’aan boqote Debela Tadesse Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Aartistiin Gameessi Ibraahim Aadam du'aan Addunyaa kanarraa boqate. Aartisti Ibraahim, dhukubsatee wala’anamaa utuu jiruu kaleessa Adoolessa 6 bara…
Oduu biyya keessaa Waltajjii gamaaggama raawwii hojii bara 2015 fi boqonnaa qophii bara 2016 gaggeeffamaa ture xumurame Debela Tadesse Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii bara 2015 fi boqonnaa qophii bara 2016 Naannoo Oromiyaa guyyoota sadan darban gaggeeffamaa ture xumurameera.…
Biiznasii Bara baajata darbe Birriin Tiriiliyoonni 2.3 mala kaffaltii diijitaalaan daddabarfamuu ibsame Sifen Megersa Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Bara baajata darbe Birriin Tiriiliyoonni 2.3 filannoowwan kaffaltii diijitaalaan daddabarfamuu Baankiin Daldala Ityoophiyaa beeksise. Baankichi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Ivaginii Taarikiin waliin dhimmoota waloorratti…
Oduu biyya keessaa Turtiin Dooktar Abiy Ahimad Ijiptitti taasisaan bu’aa qabeessa ture – Dooktar Laggasaa Tulluu Debela Tadesse Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Turtiin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ijiptitti taasisaan bu’aa qabeessa turuu Ministirri Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministiroota Alaa Afrikaa Kibbaa fi Chaad waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira tumsa Idil addunyaa Afrikaa Kibbaa Naaleedaa Paandoorii fi Ministira…
Teeknooloojii Baabura bololi’aa saffisaa Debela Tadesse Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Waggootta afur booda hadiidarraa kan baalali’u geejjibni baaburaa “Yamanashii Magleev” jedhamu ‘jeetti lafarraa balali’u’ yoo jedhame gurra guddisuu…
Oduu biyya keessaa Yeroo jalqabaaf Harargee Bahaatti Saliixni lafa hektaara kuma 2 olirratti kilaastaraan misoomaa jira Debela Tadesse Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Bara kana yeroo jalqabaaf saliixni lafa hektaara kuma 2 fi 500 olirratti kilaastaraan misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godina Harargee Bahaatti…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Moorookoo waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Moorookoo Naasir Booriitaa waliin mari’ataniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Aadde Samariitaan barreessaa olaanaa Mootummaa Ayerlaand waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa Sawaasaw barreessaa olaanaa Mootummaa Ayerlaand Jooseef Hakeet waliin dhimmoota waloorratti…