Miseensota Inshuraansii fayyaa miiliyoona 25.9 horachuun danda’ameera-Pir. Shimallis
Finfinnee, Adoolesaa 3, 2015(FBC)- Miseensota inshraansii fayyaa waliigalaan miiliyoona 25.9 horachuun akka danda’me Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dubbatan.…