Oduu biyya keessaa Bu’aan yeroo Murtee Ummataa Walaayittaatti ifoome Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC)- Bu’aan yeroo sagalee Murtoo Ummataa Walaayittaa ifoomeera. Ummanni bu’aa sagalee isaa ilaallataa jira jedhame. Magaalaa Booddittii fi aanaa…
Oduu biyya keessaa Murteen Ummataa Walaayittaatti gaggeeffamaa oole xumurame Debela Tadesse Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Godina Walaayittaatti gaggeeffamaa kan oolee adeemsi kenniinsa sagalee murtee ummtaa xumurameera. Xumuramuu kenniinsaa sagalee hordofees bufataaleen…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waggaa 25ffaa balalii gara Ameerikaatti eegale kabaje Debela Tadesse Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waggaa 25ffaa balalii gara Ameerikaatti eegale kabaje. Yeroo ammaa daandiin qilleensichaa sadarkaa idil addunyaatti…
Biiznasii Ityoophiyaa dabalatee biyyoota guddinarra jiran 65 fayyadamoo kan taasiisu tooftaan daldalaa ifoome Sifen Megersa Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) – Biriitaaniyaan Ityoophiyaa dabalatee biyyoota guddinarra jiran 65 fayyadamoo kan taasiisu tooftaan daldalaa ifoomsite. Sirni jalqabbii isaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Boombiin dho’uun daa’imman maatii tokkoo 3 dabalatee lubbuu namoota 4 galaafate Debela Tadesse Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Magaalaa Shaashamanneetti Boombiin balfa keessaatti gatame dho'uun daa’imman maatii tokkoo 3 dabalatee lubbuu namoota 4 galaafachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Wixinee fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaarratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) - Wixinee fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaarratti mari’atamaa jiraachuu ibsameera. Maricharratti Ministir Deetaa Ministeera Maallaqaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Gahee dameen qonnaa guddinaa diinagdeef qabu tilmaamuun dhiyeessiin faayinaansii jiraachuu qaba… Debela Tadesse Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Dameen qonnaa guddinaa diinagdeef gahee olaanaa qabu tilmaama keessa galchuun dhiyeessiin faayinaansii jiraachuu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Burtukaan Miidhaaksaan godina Walaayitaatti adeemsaa filannoo murtoo uummataa irra deebiin… Sifen Megersa Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) - Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Burtukaan Miidhaaksaa godina Walaayitaatti adeemsaa filannoo murtoo uummataa irra deebiin…
Oduu biyya keessaa Xaa’oo kuntaalli miiliyoona 6.6 guutummaatti biyya keessa seeneera-Ministeera Qonnaa Debela Tadesse Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Hanga Waxabajjii 10, 2015’tti Xaa’oo kuntaalli miiliyoona 7.4 Buufata Doonii Jibuutii kan ga’ee fi kana keessaa xaa’oo miiliyoonni 6.6 guutummaatti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii waloo Mana Maree Federeeshiinii fi naannolee gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) - Waltajjiin marii hariiroo waloo mootummoota Naannolee fi Federaalaa qopheessummaa Mana Maree Federeeshiniin magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…