Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaaw Riqicha laga Abbayyaa daawwatan Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Riqicha laga Abbayyaa daawwataniiru. Riqichichi Birrii biiliyoona 1.4 oliin ijaaramaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan nageenyi bu’uura hundaa waanta’eef waa’ee isaa baayy’isee dubbata… Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Mootummaan nageenyi bu'uura hundaa ta'uu isaan waa'ee isaa baayy'isee dubbata jedhan Minisstirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa…
Oduu biyya keessaa Paarkii Indaastirii Maqalee hojii jalqabsiisuuf qophiin xumurame Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Paarkii Indaastirii Maqalee hojii jalqabsiisuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Indaastirii beeksiseera. Yeroo…
Oduu biyya keessaa Murtoon ummataa Godina Waalaayitaa Wiixaxa dhufu gaggeeffama Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) –Murtoon ummataa Godina Waalaayitaa Wiixaxa dhufu kan gaggeeffamu ta'uu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksise. Godinichatti Waxabajjii…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 141tti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Waxabajii 2- 8,2015 tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 141tti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise. Dhimmichaan…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa Siyaasaa fi Fayyadamummaa dubartootaa caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Hirmaannaa Siyaasaa fi Fayyadamummaa hawaas-Dinagdee dubartootaa caalmaatti cimsuuf Paartiin Badhaadhinaa Xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Itti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti Xaafii Kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraay godinaalee lama keessatti Xaafii Kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Giddu Galli Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa naannichaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaa daa’immaan Afrikaa sababeeffachuun sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Guyyaa daa’immaan Afrikaa sababeeffachuun sagantaan dhaabbii biqiltuu Paarkii Inxooxxoo keessatti gaggeeffameera. Sagantaa kanarratti miseensonni…
Oduu biyya keessaa Yaadannoon Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa Dirre Dhawaatti gaggeeffame Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) –Yaadannoon Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa bulchinsa magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffameeera. Alii Birraan artiidhaan namaa bilisummaa…
Oduu biyya keessaa Wixinee Tarsiimoo Qindaa’aa Dandamannaa Hongee Naannoo Oromiyaa qophaa’e irratti mari’atame Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) –Wixinee Tarsiimoo Qindaa'aa Dandamannaa Hongee Naannoo Oromiyaa Qindeessummaa Inistiityuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaatiin dhiyaate irratti hayyootaa fi…