Ispoortii Liyoonel Meesiin PSG gadi lakkisuun mirkanaa’e Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaalessa Arjentiinaa fi Baarseloonaa duraanii Liyoonel Meesiin kilaba PSG gadi lakkiisuun mirkanaa’eera. Leenjisaan…
Oduu biyya keessaa Korichi sirna hordoffiifi to’annoo dirree gaggeessaa jira Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa sirna hordoffiifi to'annoo dirree gaggeessaa jira. Sirni deeggarsaafi to'annoo hojiiwwan mootummaan fayyadamummaa…
Oduu biyya keessaa Wixineen imaammata naamusa biyyaalessaa fi ittisa malaammaltummaa qophaa’e Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Wixinee imaammata naamusa biyyaalessaa fi ittisa malaammaltummaa qopheessuu Komishiniin Namuusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa beeksiseera.…
Ispoortii Qidduus Giyoorgis Laga Xaafoo Laga Daadhii injifachuun carraa waancaa fudhachuuf qabu bal’ifate Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Tapha Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 27ffaa har’a taphatameen Qidduus Giyoorgis Laga Xaafoo Laga Daadhii goolii 2 fi 1n injifateera.…
Biiznasii Qabeenya dhaabbilee deeggartootarraa argame lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii… Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa dhiyeessa tajaajila bu’uuraa irratti qooda fudhattoota waliin gamaaggama gaggeessaa jiraachuu eerameera. Ministeerichi…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi Namoomaa kaayyoo barbaadameef akka oolu qindoominaan hojjetamaa jira – KHSB Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Deeggarsi Namoomaa kaayyoo barbaadameef akka oolu dhaabbilee deeggartootaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni carraa gaarii naannawaa Saayibariirraa faayidaa waaraawaa argachuuf dandeettii dhaloota… Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Biyyoonni carraa gaarii naannawaan Saayibarii uumeerraa faayidaa waaraawaa argachuuf dandeettii dhaloota ijaaruurratti hojjechuu akka qaban Bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Naannichatti qonna gannaan lafa heektaara miiliyoona 7.4 sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jira – BQO Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qonna gannaa bara kanaan lafa heektaara miiliyoona 7.4 sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksisee.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti gurgurtaan sanada caalbasii lafa mana jireenyaa fi iddoolee misoomaa xumurame Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti gurgurtaan sanada caalbaasii lafa mana jireenyaa fi iddoolee misoomaa raawwatamaa ture xumuramuun caalbaasiin dhiyaate ifatti…
Oduu biyya keessaa Poolisiin qaamolee itti yaadanii odeeffannoo sobaa tamsaasanirratti tarkaanfii fudhachuu cimsee kan… Sifen Megersa Jun 1, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Poolisiin Federaalaa qaamolee itti yaadanii odeeffannoo sobaa tamsaasanirratti tarkaanfii fudhachuu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksiseera. Jijjiirama…