Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaan agarsiisa Saayinsii Qonnaa daawwatan Sifen Megersa May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan agarsiisa Saayinsii Qonnaa Gola Hambaa Saayinsii fi Teeknooloojiitti qophaa’e daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Manneen Maree fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf hojjechuu qabu-Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan Debela Tadesse May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Manneen Maree ummataa aantummaan fayyadamummaa ummataa haala mirkaneessuun hojjechuu qabu jedhan Afyaa’iin caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduurrahmaan…
Oduu biyya keessaa Beenishaangulitti hoggantoota olaanoo fi giddugaleessaaf leenjiin kennamuu eegale Debela Tadesse May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti hoggantoota olaanoo fi giddugaleessaaf leenjiin ijaarsa dandeettii kennamuu eegaleera. Leenjichi dandeettii…
Biiznasii Baatiwwan kurnan darban Buna Gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyooni1 argame Sifen Megersa May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Buna Gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayii Ityoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii dhaabbatummaa baatiiwwan 9 darbanii gaggeeffamaa jira Debela Tadesse May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)-Gamaaggamni raawwii dhaabbatummaa baatiiwwan saglan darbanii Bakka Ministir Deetaawwanii fi Miseensonni Mana Maree Federeeshinii fi Mana Maree Bakka Bu’oota…
Fayyaa Ityoophiyaan Yaa’ii Fayyaa Addunyaa 76ffaarratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse May 22, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Yaa’ii Fayyaa Addunyaa 76ffaarraatti hirmaachaa jira. Yaa’iin Fayyaa Addunyaa 76ffaan…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa balallii haaraa gara Kooppanhaaganitti eegalchiise Ayana Dheressa May 21, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii haaraa Finfinneerraa gara Deenimaark Kooppanhaaganitti taasisu guyyaa har’aa eegalchiiseera. Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa eeyyama Televizhiinii Tajaajila Maahibere Qiddusaanii yeroof dhorke Ayana Dheressa May 21, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Yeroof eeyyama Televizhiinii Tajaajila Maahibere Qiddusaanii dhorkuu ibse. Teleevizhiinichi Caamsaa 13, 2015 Oduu…
Ispoortii Atileet Miizaan Alam fiigicha meetira kuma 10 daqiiqaa 30 gaditti galuun injifatte Ayana Dheressa May 21, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Atileetiin Ityoophiyaa Miizaan Alam fiigicha meetira kuma 10 daqiiqaa 30 gaditti galuun injifatteetti. Dorgommii “Kontiinentaal Tuur” magaalaa Landanitti…
Oduu biyya keessaa Haala Daldala alaa oomisha qonnaa Ityoophiyaa saffisiisuun danda’amurratti mari’atame Ayana Dheressa May 21, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Dooktar Soofiyaa Kaasaafi Hojii Raawwachiisaa Olaanaan buufata Dooraalee Jaalaa Ibraahim Jibuutiitti mari’ataniiru.…