Oduu biyya keessaa Obbo Qajeelaan Ministiraa Aadaa Kolobiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan, Ministira Aadaa Kolombiyaa Joorji Zooroon waliin dhimmoota waloon hojjechuu…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa waliin mari’atan Sifen Megersa May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkeez waliin mari’ataniiru. Dhimmoota biyyoonni lamaan…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Argisiisa Qonnaa daawwatan Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Argisiisa Qonnaa Mata Duree “Mana yaaliirraa gara facaasaa” jedhuun Gola Hambaa Saayinsiitti qophaa’e…
Waajabila Faanaa Magaalaa Dhidhimaa jirtu, Jaakaartaa Sifen Megersa May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) - Baay’ina Ummaataan Addunyaarraa sadarkaa 4ffaarratti kan argamu Magaalaan guddoon Indooneezyiiyaa Jaakaartaan dhidhimaa jiraachuu dhaga’ame. Magaalaan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiiwwan eebbifamtootaf qormaata ba’umsaa Adoolessa 3, 2015 eegalee ni laatu Sifen Megersa May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Yuunivarsiitiiwwan wiirtuwwan qormaataa Yuunivarsiitii mootummaatti kaadhimamtoota eebbifamtootaaf qormaata ba’umsaa Adoolessa 3 -…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Hidha Haaromsaa ajandaa misoomaa malee qaama kamiyyuu miidhuuf miti – Ugaandaatti… Sifen Megersa May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Piroojektiin Hidha Haaromsa Guddichaa ajandaa misooma lammiilee Ityoophiyaati malee qaama kamiyyuu miidhuuf kan kaayyeffate miti jedhan Ugaandaatti…
Fayyaa Ka’umsaa fi mallatoo dhiibbaa dhiigaa wayita ulfaa Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Dhiibbaan dhiigaa wayita ulfaa mudatu, ulfa baatii afur irraa eegalee hanga baatii sagalitti akkasumaas da’umsaan booda hanga baati jahatti dhibee mudachuu…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni Gamtaa Afrikaa waggaa 60ffaan Caamsaa 17 eegalee kabajama jedhame Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Hundeeffamni waggaa 60ffaa Gamtaa Afrikaa Caamsaa 17, 2015 eegalee sagantaalee garaagaraan akka kabajamu Ministeerri Dhimma Alaa ibse. Dubbii Himaan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiis Maarkeez Waliin mari’ataniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama…
Ispoortii Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a ni taphatamu Sifen Megersa May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegaluun ni taphatamu. Falmiin Siiviiyaan Juuveentuus,…