Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin miidiyaalee argisiisa qonnaa daawwatan Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Hoggantoota, gulaatota, qopheessitootaa fi ogeeyyiin miidiyaalee biroon argisiisa qonnaa daawwatan. Daawwannicharatti Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar…
Idil Addunyaa Kiyeevi Diroonii fi Misaa’elaan haleelamte Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Magaalaa guddittii Yuukreen Kiyeev haleellaa cimaa Diroonnii fi Misaa’eelaan haleelamuu aanga’oonnii biyyattii beeksisaan. Haleellichaan yoo xiqqaate…
Oduu biyya keessaa Heerri Mootummaa Ityoophiyaa “Haa fooyyeffamu; hinfooyyeffamiin” dhimmoota jedhanirratti mari’atame Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Dhimmoota walfalmisiisoo “Heerri Mootummaa haa fooyyeffamu fi hinfooyyeffamiin” jedhurratti qopheessummaa Inistitiyuutii qorannoo Imaammataa Ityoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti agarsiisni Maaddii Guutuu eegale Ayana Dheressa May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti agarsiisni Maaddii Guutuu gaggeeffamuu eegale. Agarsiisichi Komishinii Qotee Bulaafi Misooma Qonna Magaala bulchiinsa magaalichaan…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni Konistiraakshinii Ityoophiyaatti gaggeeffamu damicha guddisuuf ni gargaara- Aadde Caaltuu… Ayana Dheressa May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015(FBC)- Agarsiisni Konistiraakshinii “Za Biig Faayif Konistiraakshin “ Caamsaa 10-12, 2015’tti Ityoophiyaatti gaggeeffamu damicha guddisuuf kan gargaaru ta’uu…
Oduu biyya keessaa Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa 52ffaan eegalame Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa 52ffaan eegalameera. Shaampiyoonnichi har’a ganama waldorgommii utaalchaa dheeraa dubartoota fi utaalchoo olii…
Oduu biyya keessaa Rakkoo addaan ciccituu elektirikii hambisuuf baasii Birrii biiliyoona 26’n hojjetamaa jiraachuun… Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)-Rakkoo addaan ciccitiinsaa ibsaa Ityoophiyatti mudachaa dhufe hambisuuf akka biyyaalessatti Birrii biiliyoona 26 ramadamuun hojiin fooyyessaa fi irraa…
Oduu biyya keessaa Jilli Paarlaamaa Afrikaa Kibbaa muuxannoo waljijjiirraaf Ityoophiyaa gale Ayana Dheressa May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015(FBC)- Jilli Paarlaamaa Afrikaa Kibbaa Paarlaamaa Ityoophiyaa waliin muuxannoo waljijjiiruuf Ityoophiyaa galuu ibsame. Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti…
Ispoortii Inistiraakter Daani’eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo Waaliyaawwanii ta’uun muudaman Sifen Megersa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Inistiraakter Daani'eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo garee Biyyaalessa Ityoophiyaa ta'uun muudaman Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksise.…
Fayyaa Ministeerichi dhaabbilee Fayyaa Tigraayitti argamaniif meeshaalee yaalaa tumsa taasise Sifen Megersa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Ministeerri Fayyaa dhaabbilee Fayyaa Tigraayitti argaman tajaajila eegalchiisuuf meeshaalee yaalaa fi qorichaalee tumsa taasiseera. Ministeerichi…