Oduu biyya keessaa Yaa’iin federeshinii dubartootaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC)- Yaa’iin idilee 3ffaan Federeshinii Dubartootaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galmaa Abbaa Gadaatti gaggeeffama jira. Yaa’iichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC)- Qopheessummaa Paartii Badhaadhinaa damee Naannoo Somaaleetiin aanaalee, godinaalee fi magalotaa naanichaa hundatti dhimmoota garaagaraarratti mariin ummataa…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Agarsiisaa Qonnaa Godambaa Saayinsii daawwate Sifen Megersa May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu agarsiisa Qonnaa Godambaa Saayinsiitti qophaa’e daawwateera. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Artiist Hiruut Baqqalaan boqotte Sifen Megersa May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Artiist Hiruut Baqqalaan addunyaa kanarraa du’aan boqotte. Weelliftuun duraanii faarfattuun yeroo ammaa Artiist Hiruut Baqqalaan umrii waggaa 80ffaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuun hoggantoota olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Paakistaan waliin mari’atan Ayana Dheressa May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan hoggantoota olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Paakistaaniif dhimmoota haala…
Oduu biyya keessaa Qajeelfamni misoomaa fi galii oomisha bunaa fooyyessu qophaa’e Debela Tadesse May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)-Qajeelfamni misoomaa fi galii oomisha bunaa Ityoophiyaa fooyyessuu danda’u qophaa’uu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa beeksise. Daayreektarri…
Oduu biyya keessaa “Oorenji” Ityoophiyaatti damee teelekoomirratti bobba’uuf fedhii argisiise Debela Tadesse May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Dhiyeessa tajaajila Teelekoominikeeshinii “Oorenji” damechaan Ityoophiyatti hojjechuuf fedhii qabaachuu beeksise. Ministir Deetaan Ministeeraa Maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Kirooshiyaan Ityoophiyaatti Embaasii banuufi Debela Tadesse May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Kirooshiyaan Ityoophiyaatti Embaasii banuuf ta’uun ibsame. Ambaasaaddar Zannabaa Kabbadaan Daayrektara Olaanaa Ministira Dhimma Alaa Kirooshiyaa Piitar…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ittaantuu Pireezidaantii Faawundeeshinii Suzaan Tomsan Buufet waliin… Ayana Dheressa May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ittaantuu Pireezidaantii Faawundeeshinii Suzaan Tomsan Buufet Piroofeesar waliin…
Oduu biyya keessaa Daakuu Xaafii muka soofamaan makuun raabsuuf kan turan to’ataman Debela Tadesse May 11, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Namoonnni daakuu Xaafii wantoota fayyaa namaarraan miidhaa geessisanii fi muka soofamaa (‘Sagaatura’) waliin makuun hawaasaaf raabsuuf kan turan to’annoo…