Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Turki hariiroosaanii daran cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Turki hariiroo qaban darana cimsuuf waliigaluu ibsame. Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ittaanaa…
Oduu biyya keessaa Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Naannoleen bittaafi gurgurtaa boba’aa gama elektirooniksiin eegaluuf qophiinxumuruu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa qondaaltota waraanaa olaanoof manneen waliin jireenyaa carraan dabarsee kenne Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisa Biyyaa Manneen waliin jireenyaa qondaaltota waraanaa olaanoof ijaarsise carraan dabarsee kennuu ibsame. Sagantaan carraa…
Idil Addunyaa Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa Kireemiliin balali’aa turan haleeluu beeksifte Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa teessoo mootummaa Raashiyaa balali’aa turan haleeluun kuffisuu beeksifteerti. Dirooniwwan kunneen magaala…
Oduu biyya keessaa Godinaalee hongeen miidhaman deebisanii dhaabuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Godinaalee hongeen miidhaman deebisee ijaaruuf hojii hojjechaa jiru cinatti rooba argame fayyadamuun hojiilee misooma qonnaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan barreessaa olaanaa Ejensii Misooma Afrikaa – Tumsa Haaraa Misooma Afrikaaf… Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin barreessaa olaanaa Ejensii Misooma Afrikaa - Tumsa Haaraa Misooma Afrikaaf…
Oduu biyya keessaa Diraamaan “Saneefi Sanyoo” Caamsaa 1 irraa eegalee Televizyinii Faanaan darbuu ni eegala Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Diraamaan “Saneefi Sanyoo” jedhu Caamsaa 1, 2015 irraa eegalee Televizyinii Faanaan darbuu ni eegala. Diraamicha ilaalchisee miseensonni piroodaakshiniifi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen abbootii qabeenyaa waliin mari’atan Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Abbootii qabeenyaa gaaffii misoomsuu dhiyeessuun piroojektotasaaniif lafti murteeffameef waliin…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti qonna arfaasaafi gannaan lafa hektaara kuma 651 misoomauuf karoorfamee hojjatamaa… Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti qonna arfaasaafi gannaan lafa hektaara kuma 651 misoomsuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Hanga…
Oduu biyya keessaa Oromiyaa keessatti walitti buhiinsa maqsuun tasgabbii waaressuuf mariin Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa… Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mariin nageenyaa Oromiyaa keessatti walitti buhiinsa maqsuun tasgabbii waaressuuf Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa ture Boqonnaan jalqabaa xumurameera.…