Idil Addunyaa Ruwaandaatti balaa lolaan lubbuun namoota 109 darbe Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Roobni cimaan lolaa fi sigiga lafaa qaqqabsiise Lixa Ruwaandaatti yoo xiqqaate lubbuu namoota 109 galaafachuu mootummaan biyyattii beeksiise. Rooba cimaa…
Biiznasii Muddamni Qabeenya Addunyaa yoo hin tasgabboofne Afrikaan rakkoof saaxilamti – IMF Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Falmiin Daldala Qabeenya Addunyaa Ameerikaa fi Chaayinaa gidduu jiru yoo hin tasgabboofne Afrikaan rakkoof kan saaxilamtu ta’uu Dhaabbanni Maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Kitaabni “Daandii Jijjiiramaa” taateewwan gurguddoo barii jijjiiramaa of keessatti… Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Kitaabni “Daandii Jijjiiramaa” jedhu taateewwan gurguddoo barii jijjiiramaa of keessatti qabate qorattootaaf galtee ta’uu akka danda’u ibsameera. Guyyaa…
Oduu biyya keessaa Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa fi dargaggootaa Afrikaa har’a xumurama Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa fi dargaggootaa Afrikaa Zaambiyaa Nidoolaatti gaggeeffamaa jiru har’a xumurama. Dorgommii cuufiinsaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni adeemsa nagaa Ityoophiyaa Sudaan ni barsiisa – Ambaasaaddar Jamaal Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Sudaan milkaa’ina adeemsa nagaa Ityoophiyaa irraa barachuun waldhabdee keessoo karaa nagaan xumuruu akka qabdu Rippaablika Paakiistaanitti Ambaasaaddarri…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Hoggantootaa Olaanoo biyyoota Afrikaa Yuuniyeenii Hojii Gamtaa Qonnaan… Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Hoggantootaa Olaanoo biyyoota Afrikaa Yuuniyeenii Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti guyyaa boruu irraa eegalee bittaafi gurgurtaan boba’aa karaa dijitaalaan kan gaggeeffamu… Ayana Dheressa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Oromiyaatti guyyaa boruu irraa eegalee bittaafi gurgurtaan boba’aa karaa dijitaalaan kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksise. Qajeelfama…
Oduu biyya keessaa Gabaasni Qorannoo dhimma Godaansaa Biyyoota Afrikaa Bahaa fi Gaanfa Afrikaa ifoome Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Gabaasni Qorannoo dhimma Godaansaa Biyyoota Afrikaa Bahaa fi Gaanfa Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti ifoomeera. Uwwisa tumsa biyyoota Baha Afrikaa fi…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee marsaa 12ffaaf Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf deeggarsa… Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee marsaa 12ffaaf Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf maallaqaa Birrii miiliyoona 22 hanga miiliyoona 5 deeggarsa taasiisan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa yeroo Tigraay walga’ii idilee gaggeesse Debela Tadesse May 2, 2023 0 Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Manni Maree Bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay har’a walga’ii idilee isaa gaggeesseera. Walga'ichaan karoora deebisanii dandamachiisuu fi deebisanii ijaaruu…