Oduu biyya keessaa Fooramiin kantibaawwan Ityoophiyaa gaggeeffamuufi Sifen Megersa Apr 27, 2023 0 Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) –Fooramiin kantibaawwan Ityoophiyaa qopheessumaa Bulchinsa Magaalaa Finfinnee fi Ministeera Magaaloota fi Bu’uuraalee Misoomaan gaggeffamuuf ta’uu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufaariyaat Kaamil Ambaasaaddara Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan Debela Tadesse Apr 27, 2023 0 Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Ministirri Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamil Ambaasaaddara Kooriyaa Kibbaa Kaangi Sihookiihii mari’ataniiru. Marii isaaniin hammatoowwan…
Ispoortii Amma waancaan harka keenya keessa jira – Peep Gaardiyoolaa Sifen Megersa Apr 27, 2023 0 Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Leenjisaan Maanchiisteer Siitii Peep Gaardiyoolaan erga Arsenaal haala amansiisaan injifatanii booda waancaan Piriimaayeer Liigii harka keenya keessa jira…
Oduu biyya keessaa Sudaanitti lammiilee Ityoophiyaaf deeggarsi barbaachisaan taasifamaa jira-MDhA Debela Tadesse Apr 27, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Sudaanitti lammiilee Ityoophiyaaf deeggarsi barbaachisaan taasifamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ministeerichi, naannoon Embaasiin…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Shawaal Iid kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 27, 2023 0 Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Naannoo Hararii magaalaa Harariitti Ayyaanni Shawaal Iid kabajamaa jira. Ayyaanichi duudhaa tokkummaa, nageenyaa, jaalalaa fi damee Turizimii…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraahin durfamu gara Maqalee gale Debela Tadesse Apr 27, 2023 0 Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)– Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin durfamu gara Maqalee galeera. Jilli kun Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Arsii Lixaatti qamadii kuntaala miiliyoona 1.8‘tu eeggamu Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Godina Arsii Lixaatti qamadiin jallisiin faca'e irraa oomishni kuntaalli miiliyoona 1.8 kan eeggamu ta’uu waajjirri qonnaa godinichaa ibse. Godinichatti…
Oduu biyya keessaa Ibsi Manni Maree Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaa ilaalchisee baase gaarummaan kan ilaalamuudha-MDhA Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Ibsi Manni Maree Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaa ilaalchisee baase gaarummaan kan ilaalu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ityoophiyaan hariiroo…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Shawaal Iid boruu irraa eegalee Harariitti kabajama Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Ayyaanni Shawaal Iid boruu irraa eegalee Naannoo Harariitti kan kabajamu ta’uu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Naannichaa beeksise. Hogganaan Biirichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti barnoota idileef galmeen eegale Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Naannoo Tigraayitti barnoota idiilee eegalchisuuf galmeen manneen barnootaa hunda keessatti jalqabamuu Biiroon Barnoota naannichaa beeksise. Guyya har’as…