Oduu biyya keessaa Fooramiin “Invest Ethiopia 2023” jalqabame Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Fooramiin "Invest Ethiopia 2023" kan dhaabbilee daldalaa idil-addunyaa fi abbootii qabeenyaa hirmaachise gaggeeffamuu eegaleera. Baniinsa…
Oduu biyya keessaa Aanaalee ollaa Naannolee Oromiyaa fi Benishangul Gumuz sochiilee seeraan alaa ittisuuf hojjetamaa… Debela Tadesse Apr 26, 2023 0 Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Aanaalee ollaa Naannolee Oromiyaa fi Benishangul Gumuz waldaangessanitti sochii seeraan alaa ittisuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhame. Hojiileen…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroo damee hundaan Raashiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf murannoo qabdi –… Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itti Gaafatamaa Seekreetariyaatii fooramii tumsaa Raashiyaa - Afrikaa Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo uummata Tigraayiif deeggarsa midhaanii Birrii miiliyoona 45’tti tilmaamamu taasise Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Uummanni Oromoo duudhaa qabuun uummataTigraayiif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 45’tti tilmaamam taasiseera. Jilli Abbootii Gadaa fi…
Oduu biyya keessaa Murannoon mootummaan nageenyaaf qabu Ityoophiyaatti aadaa siyaasaa haaraa uumuuf bu’uura kaa’a –… Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) - Murannoon mootummaan nageenyaaf qabu Ityoophiyaatti aadaa siyaasaa haaraa uumuuf bu’uura kan kaa’u ta’uu Hayyoonni Saayinsii Siyaasaa ibsan. Garaagartee…
Oduu biyya keessaa Fiilmiin imala daandiin Humna Qilleensaa Ityoophiyaa keessa darbee fi yeroo ammaa irra jiru… Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Fiilmiin imala Daandiin Humna Qilleensaa Ityoophiyaa keessa darbee fi yeroo ammaa irra jiru agarsiisu "Samiin kan keenya",jedhu eebbifameera. Fiilmii…
Idil Addunyaa Joo Baayidan Filannoo itti aanurratti kan dorgoman ta’uu ifoomsan Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Maanguddoon Umrii Waggaa 80 Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Filannoo biyyaattii bara Faranjootaa 2024 gaggeeffamurratti kan dorgoman ta’uu…
Biiznasii Naannichatti baatiwwan saglan darban galiin Birrii biiliyoona 6.8 walitti qabame Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoona 6.8 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwaan naannichaa beeksisee. Galiin argame kan bara…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Invastimantii Anniisaa haaromuu gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) - Fooramiin Invastimantii Anniisaa haaromuu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Fooramicha Ministeerri Bishaanii fi Inarjii dhaabbanni Inarjii Afrikaa…
Ispoortii Laga Xaafoo Laga Daadhii 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa Sifen Megersa Apr 25, 2023 0 Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Taphni Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Hadiyyaa Hoosaa’inaa gidduutti taphatame goolii malee qixa…