Oduu biyya keessaa Mootummaan naannichaa tiraakteroota 22 godinaaleef raabse Ayana Dheressa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Mootummaan naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa tiraakteroota 22 godinaaleef raabsuu ibsame. Oomishaafi oomishtummaa qonnaan bultoota naannichaa guddisuuf…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Itti aantuu Muummee Ministiraa Islooveeniya waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Itti aantuu Muummee Ministiraa fi Ministira Alaa Islooveeniya Taaniyaa faayan waliin mari’ataniiru. Marii bu'aa qabeessa…
Oduu biyya keessaa Naannichi gurgurtaa Kitaaba Dhaloota Ida’amuu irraa Birrii miiliyoona75 ol walitti qabuun ibse Ayana Dheressa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Naannoo Uuummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti gurgurtaa Kitaaba Dhaloota Ida’amuurraa Birriin miiliyoonni 75 ol walitti qabamuu ibsame. Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 5ffaan Biqiltuuwwan biiliyoonni 6.3 ni dhaabbatu jedhame Sifen Megersa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Sagantaa Asharaa magariisaa marsaa 5ffaa bara 2015n Biqiltuuwwan biiliyoona 6.3 dhaabuuf karoorfamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Biqiltuwwaan kanneen…
Oduu biyya keessaa Daawwannaa anga’oonni olaanoon biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaatti taasisan tattaaffii nageenya… Ayana Dheressa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Daawwannaa anga’oonni olaanoon biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaatti taasisan tattaaffii nageenya waaraa mirkaneessuuf taasifamuuf beekamtii kan kenne ta’uu…
Fayyaa Jilli Dooktar Liyaan durfamu dhaabbilee fayyaa naannoo Tigraay deebisanii ijaaruuf daawwannaa… Sifen Megersa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu dhaabbilee fayyaa naannoo Tigraay deebisanii ijaaruuf daawwannaa taasiisaa jira.…
Oduu biyya keessaa Kilaasterri Horataalee mootummaa raawwii hojii kurmaana 3ffaa qorataa jira Sifen Megersa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Kilaasterri Horataalee Mootummaa naannoo Oromiyaa raawwii hojii kurmanaa 3ffaa Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti qorachaa jira.…
Teeknooloojii Raashiyaan yaalii Misaa’ela Baalaastikaa Ardii qaxxaamuraa taasiifte Sifen Megersa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Raashiyaan yaalii Misaa’ela Baalaastikaa Ardii qaxxaamuraa milkiin taasisuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyattii beeksise. Misaa’elichi Kibba Raashiyaa…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni Sagantaa Asharaa Magariisaa bara 2015 gaggeeffame Ayana Dheressa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Qophii Sagantaa Asharaa magariisaa bara 2015 irratti gamaaggamni gaggeeffamuu Ministeerri Qonnaa ibse. Gamaaggamicharratti Ministirri Ministeera Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan diinagdee biyya keessarratti xiyyeeffachuu hojjechaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan diinagdee biyya keessarratti xiyyeeffachuu hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen beeksisan. Obbo Ahimad…