Oduu biyya keessaa Gumiin Balal marsaa 35ffaan gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Waltajjiin Gumiin Balal Marsaa 35ffaan mata duree "Heddumminniifi walqixxummaan tokkummaa biyyaatiif'' jedhuun gaggeeffamaa jira. Kabaja guyyaa Sabaa fi…
Oduu biyya keessaa Muuxannoo leenjiin argame hojiin mirkaneessuun dhimma addaa duree hoggansaarraa eegamuudha-Obbo Adam… Debela Tadesse Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Muuxannoo leenjiin argame hojiin mirkaneessuun dhimma adda duree hoggansaarraa eegamu ta’uu Pireezidaantiin Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Oduu biyya keessaa Baankichi damee qonnaa deeggaruuf fooyyessa tilmaama dhala liqii taasise Debela Tadesse Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)-Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa tarkaanfiilee mootummaan damee qonnaarratti fudhachaa jiru milkeessuu fi invastimantii damichaa babal’isuuf fooyyessa…
Waajabila Faanaa Ugaandaatti dubartiin umrii waggaa 70 lakkuu deesse Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) –Ugaandaatti dubartiin umrii waggaa 70 daa’ima lakkuu da’uu ishee gabaafame. Dubartiin ganna 70 tun tumsa IVFn lakkuu da’uu ishee eerameera. Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Guddinni Dhaabbataa kan madaalamu dandeettii imaammata mootummaa hojiirra oolchuu qabuuni –… Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Guddinni Dhaabbataa kan madaalamu sirnaa fi seera hordofee ga’umsa imaammata mootummaa hojiirraa oolchuu qabuuni jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Hubannoo namtolcheen biyya gara guddinaatti ceesisa-Dooktar Ballaxaa Mollaa Debela Tadesse Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Hubannoo namtolcheen biyya gara guddinaatti ceesisa jechuun Ministirri Ministeera Innooveeshinii Fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sabaa fi sablammootaa sadarkaa naannoleetti kabajame Debela Tadesse Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Guyyaan sabaa, sablammootaa fi uummatoota Itiyoophiyaa 18ffaan sadarkaa naannoleetti kabajameera. Haaluma kanaan guyyichi sadarkaa Naannoo Afaaritti kan…
Ispoortii Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii Ameerikaatti hojjetteen walqabatee Doolaara… Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Taphataa cimaan addunyaa Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii bara 2022 Ameerikaa keessatti hojjetteen walqabatee Doolaara biiliyoona 1…
Oduu biyya keessaa Sheek Mahaammad Biin Zayiid Bakka Argisiisa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa daawwatan Debela Tadesse Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gamtaa Emereetota Arabaa Sheek Mahaammaad Biin Zayiid Al Nahayaaniin Bakka Argisiisaa Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Maayaatti kabajama Debela Tadesse Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa Ummatootaa itiyoophiyaa 18ffaan Sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Maayaatti akka kabajamu Caffeen Oromiyaa ibse. Afyaa’iin…