Oduu biyya keessaa Injifannoo Adwaa sababeeffachuun argisiifni baname Sifen Megersa Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa injifannoo Adwaa sababeeffachuun argisiisa qopheesse banaa taasiiseera. Argisiisa jalqabaa kana bakka bashannanaa…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa marsaa 3ffaan Caamsaa dhufu eegala Debela Tadesse Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21 ,2015 (FBC)- Koomishiniin Marii Biyyaalessaa hojiilee jalqabaa fi boqonnaa 2ffaa xumuruun, boqonnaa 3ffaa baatii Caamsaa dhufuu gaggeeffamuu akka eegaluu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Miidhaa sababa hongeen Godina Booranaatti ga’aa jiru hirisuuf hojjechaa jira – BMNO Sifen Megersa Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa miidhaa sababa hongeen Godina Booranaatti ga’aa jiru hirisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiiseera. Naannoo Oromiyaa Godina…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa miseensa waldaa Ejansiiwwan babal’ina Invastimantii Addunyaa… Sifen Megersa Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa miseensa waldaa Ejansiiwwan Babal’ina Invastimantii Addunyaa ta’uu ibsame. Komishinichi miseensa waldichaa…
Teeknooloojii Jilli Hojii Raawwachiiftuu olaantuu Ityoo Teelee Koomiin durfamu waltajjii Moobaayilii idil… Sifen Megersa Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Jilli Hojii Raawwachiiftuu Olaantuu Ityoo Teelee Koom Fireehiyiwaat Taammiruun durfamu waltajjii Moobaayilii idil addunyaarratti hirmaachaa jira.…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Ahimad Shiideen durfamu dhaabbata Alii Baabaa Giruupi daawwatan Sifen Megersa Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamu Chaayinaatti dhaabbata Alii Baabaa Giruupi daawwataniiru. Daawwannaan booda…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Haramaayaa barsiisota lamaaf gulantaa Pirofeesarummaa guutuu kenne Debela Tadesse Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Boordiin bulchiinsa Yuunivarsiitii Haramaayaa walga’ii gaggeesseen Barsiisota yuunivarsitichaa lamaaf gulantaa Pirofeesarummaa guutuu kenneera.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa deeggarsa lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif walitti qabe gara… Sifen Megersa Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee deeggarsa akaakuu fi Maallaqaa Birrii miiliyoona 250 lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif walitti qabe gara…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Qaallittii- Qilinxoo xumuramuu dhabuun rakkoolee garaa garaaf nu saaxilaa jira-… Ayana Dheressa Feb 27, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Ijaarsi daandii Qaallittii- Qilinxoofi Qaallittii- Tulluu Diimtuu xumuramuu dhabuun rakkoolee garaa garaaf nu saaxilaa jiraachuu jiraattonni ibsan.…
Oduu biyya keessaa Paarkii Qindaa Agroo- Indaastirii Bureetti abbootii qabeenyaa Birrii biiliyoona 5.4 galmeessaniif… Ayana Dheressa Feb 27, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Paarkii Qindaa Agroo- Indaastirii Bureetti abbootii qabeenyaa Birrii biiliyoona 5.4 galmeessaniif lafti misoome dabarfamee kennamuu ibsameera.…