Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira Ayana Dheressa Feb 22, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii Idilee 3ffaa bara hojii 2ffaa isaa magaalaa Gaambeellaatti gaggeessuu eegaleera. Karoorri misoomaafi…
Oduu biyya keessaa Gamoo ijaaramaa jirurraa kufuun lubbuun hojjettoota 3 darbe Sifen Megersa Feb 21, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) - Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti hojjettoonni hojii humnaa hojjetan 3 Gamoo ijaaramaa jirurraa kufuun lubbuun isaanii darbe. Kutaa…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa akkaataa tokkummaa biyyaalessaa mul’isuun kabajama- Ministeera Aadaa fi… Sifen Megersa Feb 21, 2023 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Injifannoon Adwaa bara kanaa akkaataa tokkummaa biyyaalessaa mul'isuun kan kabajamu ta'uu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksiise. Injifannoon…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad kutaa magaalaa Lidataatti ijaarsa giddu gala Ispoortii eegalchiinsan Sifen Megersa Feb 21, 2023 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad kutaa magaalaa Lidataa naannawaa Saar Beetiitti ijaarsa giddu gala Ispoortii eegalchiinsaniiru. Iddoon oolmaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Chaayinaan garee tumsa Diinagdee Invastimantii fi Diinagdee guddisuuf dandeessisu… Sifen Megersa Feb 21, 2023 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Ityoophiyaa fi Chaayinaan garee tumsa Diinagdee Invastimantii fi Diinagdee biyyoota lamaanii guddisuuf dandeessisu hundeessuuf walii galtee…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti lammiileen hongeen miidhaman kumni dhibbi 2 fi kumni 63 ol deeggarsa argachaa hin… Sifen Megersa Feb 21, 2023 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) - Godina Booranaatti lammiileen hongeen miidhaman kumni dhibbi 2 fi kumni 63 ol deeggarsa namoomaa argachaa kan hin jirre ta'uu Bulchiinsi godinichaa…
Biiznasii Chaayinaan torbee dhufurraa eegaltee Oomishalee Ityoophiyaa gara biyya ishee seenanirraa Qaraxa… Sifen Megersa Feb 21, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Chaayinaan Torbee Roobii dhufuurraa eegaltee Oomishalee Ityoophiyaa gara biyyattii seenanirra Qaraxa kaasuu beeksifteerti. Bara Faranjootaa…
Ispoortii Jila Atleetiksii dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaateef Badhaasnii fi… Sifen Megersa Feb 21, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Jila Atleetiksii Ityoophiyaa dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaachuun sadarkaa 2ffaan xumureef Badhaasnii fi beekkamtiin…
Oduu biyya keessaa Sagantaa fooyya’iinsa dandeettiin yeroon sirreeffama filannoo yuunivarsiitii dheerate-MB Ayana Dheressa Feb 21, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC)- Sagantaa fooyya’iinsa dandeettiin yeroon sirreeffama filannoo yuunivarsiitii dheerachuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Ministeerichi barattoonni…
Oduu biyya keessaa Malaammaltummaan dhiibbaa diinagdee dabalataan dhiibbaa xiin-sammuufi hawaasummaa guddaa… Ayana Dheressa Feb 21, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2015(FBC)- Malaammaltummaan dhiibbaa diinagdee dabalataan dhiibbaa xiin-sammuufi hawaasummaa guddaa kan qaqqabsiisu ta’uu hayyoonni ibsan. Malaammaltummaan…