Kooriyaan Kibbaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015(FBC)- Kooriyaan Kibbaa hariiroo dameewwan garaagaraan Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsiteetti.
Ergamaan Addaafi Gorsaa olaanaan…