Ispoortii Astoon Viilaa 2 – 4 Arsenaal Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa liigichaatti deebi'e. Tapha har'a waaree booda kilaboota lamaan…
Idil Addunyaa DhMG lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif kan oolu Doolaara miiliyoona 250 tumsa taasiise Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Afrikaa dabalatee biyyoota adda addaatti lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif kan oolu Doolaara miiliyoona…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaa cinaatti hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari'ataniiru. Haaluma…
Idil Addunyaa Lammiin Gaanaa Kiristiyaan Atisuun miidhaa Balaa Kirkira Lafaan isa mudaten lubbuun boqote Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Lammiin Gaanaa Kiristiyaan Atisuun Balaa Kirkira Lafaa Turkitti mudateen miidhaa irra qaqqabeen lubbuun boqochuu ibsame. Kirkira lafaa Turkii fi…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari'ataniiru. MM Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Afrikaan Mana Maree Nageenyaa DhMG ala ta’uun haqa dhabuudha – Muusaa Faakii Mahaammat Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ala ta’uun haqa dhabuu ta’uu Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Akiiniwumii Adisiinaa waliin mari’ataniiru. Baankichi oomishaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi bu’aa qabeessummaa daldala Bilisaa Naannawaa Afrikaaf tumsa taasiisuuf qophiidha –… Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii bu’aa qabeessummaa daldala Bilisaa Naannawaa Afrikaaf tumsa taasiisuuf qophii ta’uu Barreessaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Komoroos Pireezidaantummaa yeroo Gamtaa Afrikaa seeneegaalirraa fudhatte Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Komoroos Azaalii Asuumaaniin Pireezidaantii yeroo Gamtaa Afrikaa ta’uun Maakii Saalirraa aangoo fudhataniiru. Pireezidaanti Azaalii…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa muudamoota garaagaraa dhiyaatan mirkaneesse Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota dhiyaatan mirkaneesseera. Haaluma Kanaan:- 1.…