Oduu biyya keessaa Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Caffee Oromiyaa eegale Ayana Dheressa Feb 17, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Bara Hojii Caaffee 6ffaa Caffee Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa'icha…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Paakistaan Ityoophiyaatti damee fayyaarratti akka bobba’an filmaanni… Debela Tadesse Feb 17, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Paakistaan Ityoophiyaatti damee fayyaarratti akka bobba’an filmaanni invastimantii dhiyaateeraafi. Ityoophiyaan filmaatawwan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Naayijeeriyaa fi Keeppi Vardee yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee… Sifen Megersa Feb 17, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Biyyoota Garagaraa Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuu itti fufaniiru. Pireezidaantiin Naayijeeriyaa…
Oduu biyya keessaa Antooniyoo Guutareez Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 16, 2023 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2015 (FBC) - Barreessaa olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Oomishtummaan qonnaa guddina diinagdeefi wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha- Pireez.… Ayana Dheressa Feb 16, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Oomishtummaan qonnaa guddina diinagdee, hiyyummaa keessaa bahuufi wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha jedhan Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Qabeenyota hataman garaagaraa dabalatee shakkamtoonni 400 ol to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Feb 16, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Meeshaalee waraanaa seeraan alaa dabalatee qabeenyonni hataman hedduuniifi shakkamtoonni 400 ol to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Shaggar gamaaggama raawwii hojii Paartiifi Mootummaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Feb 16, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar gamaaggama raawwii hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 2ffaa gaggeessuu eegaleera. Gamaaggama kana irratti Hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Caaffee Oromiyaa boru ni eegala- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Ayana Dheressa Feb 16, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2015(FBC)- Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Bara Hojii Caaffee 6ffaan guyyaa boruu kan eegalu ta’uu Af-yaa’iin Caaffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Adwaa haalan kabajuuf qophiin xumurame – Koree kabaja ayyaanichaa Sifen Megersa Feb 16, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2015 (FBC) – Injifannoo Adwaa haalan kabajuuf qophiin xumuramuu Koreen kabaja Ayyaanichaa beeksiise. Ijifannoo Adwaa haala kabaja isaaf maluun kabajuuf qophiin…
Oduu biyya keessaa Piroojektoonni hojjetamaa jiran yeroo qabameefitti xumuramuu qabu- Obbo Oordiin Badrii Ayana Dheressa Feb 16, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Naannoo Harariitti piroojektoonni buleeyyiifi haaraan hojjetamaa jiran yeroo qabameefitti akka xumuramaniif xiyyeeffannoon hojjetamuu qabu jedhan…