Oduu biyya keessaa Warshaa Buddeenaa Lamiif konkolaataan arjoomame Debela Tadesse Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)-Warshaa Buddeenaa Lamiif abbootii qabeenyaarraa deeggarsi konkolaattota sadii kenname. Deeggarsicha Abbaan Qabeenyaa Balaayinee Kindeen kan kennan yoo…
Oduu biyya keessaa Duukamitti manni Birri miiliyoona 100 oliin ijaarame harka qalleeyyiif dabarfame Debela Tadesse Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Magaalaa Duukamitti manni Birri miiliyoona 100 oliin ijaarame harka qalleeyyiif dabarfameera. Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Qabeenyaa Sammuu eeyyama kuma 1 fi 585 kenne Debela Tadesse Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Qabeenya Sammuu Itiyoophiyaa eeyyama mallattoo daldalaa, Mirga Abbummaa, galagalchaa fi kanneen biroo walqabatan kuma 1 fi 585 kennuu ibse.…
Idil Addunyaa Hamaas waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka dheeratu gaafate Sifen Megersa Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Waliigalteen Dhukaasa dhaabuu guyyoota arfan darbanii har’a xumuramuu hordofee Hamaas waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka dheeratu fedhii qabaachuu…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsii Aanaa Doddotaatti Qamadii Bonaa facaase Sifen Megersa Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsii Aanaa Doddotaatti Qamadii Jallisii Bonaa facaaseera. Hojiin qophii…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Paarkii Indaastirii keessa hojjetaniif tajaajila fayyaa dhiyeessuuf waliigalteen… Debela Tadesse Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastrii, Ministeera Fayyaa fi Biiroolee Fayyaa Naannolee akkasumas dhaabbilee tumsitootaa waliin waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ostiriyaa Veenaa galan Debela Tadesse Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaa'ii 20ffaa Dhaabbata Misooma Indaastirii Dhaabbata Mootummoota…
Ispoortii Tootanhaam Astoon Viillaan injifatame Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har'a taphatameen Tootanhaam Astoon Viillaan goolii 2 fi 1n injifatameera. Tootanhaam Astoon…
Ispoortii Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa baajata Birrii miiliyoona 220 raggaasise Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa'ii idilee 27ffaa gaggeessaa ture baajata bara 2016'f Birrii miiliyoona 220 raggaasisuun xumureera.…
Oduu biyya keessaa Farreen Nageenyaa Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa keessa socho’an harka kennaa jiru… Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Farreen Nageenyaa Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa naannawaa adda addaa keessa socho'aa turan harka kennaa jiraachuu Raayyaan Ittisaa beeksise.…