Itiyoophiyaan deeggarsa boba’aa xiyyaaraa oomishuu argatte
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan deeggarsa boba’aa xiyyaaraa oomishuuf dandeessisuu argatte.
Deeggarsichas bu’uura boba’aa idileerraa gara boba’aa uumama giddugaleeffate…