Oduu biyya keessaa Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Embaasiin Siwiidin hordoftoota amantaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Kataraa Guutuu Oromiyaatti kabajame Sifen Megersa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Ayyaanni Kataraa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa biratti haala nagaa fi duudhaa mantichaa eegeen kabameera. Ayyaanichi guutuu…
Oduu biyya keessaa Himatamaa ijoolleesaa 2 haala suukaneessan ajjeese adabbiin du’aa itti murtaa’e Ayana Dheressa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Godina Baaleetti Himatamaa ijoolleesaa 2 haala suukaneessaan ajjeese adabbiin du’aa itti murtaa'eera. Yakkamaa jiraataa godina Baalee aanaa Madda…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Kutaa Magaalaa Buraayyuu Artist Zarihuun Wadaajoo gaafatan Ayana Dheressa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Hoggantoonni Kutaa Magaalaa Buraayyuu Ayyaana Cuuphaa Sababeeffachuun Artist Zarihuun Wadaajoo Gaafataniiru. Jilli Hojii…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon MNO Godina Qeellam Wallaggaatti Kutaalee Hawaasaa garaagaraa waliin mari’ate Ayana Dheressa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Hoggantoonni olaanoon Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Qeellam Wallaggaatti Kutaalee Hawaasaa garaagaraa waliin mari’ateera. Waltajjii marii kanarratti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa ayyaana addunyaarraatti maqaa keenya waamsisuu fi miidhagina keenya – Aadde… Sifen Megersa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen ayyaana Kataraa fi Cuuphaa sababeeffachuu ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Cuuphaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 681 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 681 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame. Lammiilee kanneen keessaa 670 dhiirota yoo ta’an 11 ammoo guddattoota ta’uu…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa mallattoo qulqullummaafi dhiifamaa ta’ee waggaa waggaan yaadatama-Aadde… Ayana Dheressa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde 𝐒𝐚'𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐚𝐧 Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa Hidhannoo Ammayyaa hidhachuu beeksiise Sifen Megersa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa Hidhannoo Ammayyaa fi haaraa hidhachuu beeksiiseera. Komaandoo fi Humni kora Bittinsaa Hidhannoo haaraa hidhateen…
Oduu biyya keessaa Sosochii Garee shororkeessaa Shanee qolachuuf humni waloo federaalaa fi naannoo tarkaanfii hunda… Sifen Megersa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Sosochii Garee shororkeessaa Shanee qolachuuf humni waloo Federaalaa fi naannoo tarkaanfii hunda galeessa fudhachaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii…