Oduu biyya keessaa Balaa ibiddaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Debela Tadesse Jan 17, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)-Daandii Saffisaa Finfinnee-Adaamaa, buufata kaffaltii ba’iinsa Adaamaatti balaa ibiddaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 4 darbeera. Ogeessi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi ijaarsa Addababayii Lammii Kuraa eegalchiisan Sifen Megersa Jan 17, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Addabaabayii Masqalaatti aanee isa 2ffaa kan ta’e ijaarsa Addababayii Lammii Kuraa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Gamtaa Ogummaafi Teekinika Chaayinaa- Afrikaa waliin qindoominaan hojjechuuf waliigale Ayana Dheressa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Ministeerri Hojiifi Ogummaa Gamtaa Ogummaafi Teekinika Chaayinaa- Afrikaa waliin qindoominaan hojjechuuf waliigaltee mallatteesse. Waliigaltichi…
Oduu biyya keessaa Liyooneel Meesiin Ityoophiyaatti duula kutaalee hawaasaa qaroo dhabeeyyii deeggaruuf taasifamutti… Ayana Dheressa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Taphataa Urjiin Garee Biyyaalessaa Arjentiinaa Liyooneel Meesiin Ityoophiyaatti duula kutaalee hawaasaa qaroo dhabeeyyii deeggaruuf taasifamutti makamuu…
Oduu biyya keessaa Naannichatti Ayyaanota Kataraafi Cuuphaa karaa nagaan kabajuuf qophiin xumuramuu ibsame Ayana Dheressa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Naannoo Harariitti Ayyaanota Kataraafi Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamaniif qophiin taasifamuu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenyaa Naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti hoggantoonniifi ogeeyyiin yakka malaammaltummaan shakaman… Ayana Dheressa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti hoggantoonnii 2 fi ogeeyyiin 6 yakka malaammaltummaan shakaman to’ataman. Shakkamtoonni kunneen:- Obbo Mallas…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kuma 1 fi 171 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa kuma 1 fi 171 Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessaa turan Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Emereetota Araba Gamtoomanii waliin walta’iinsi gama maraan qabdu cime itti fufa-MM… Debela Tadesse Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Muummeen Ministraa Abiy Ahimad Ityoophiyaan Emereetota Araba Gamtoomanii waliin walta’iinsi gama maraan qabdu cimee akka itti fufu ibsan. Biyyoonni…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinnee fi Shaashamanneetti haala kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee qooda fudhattoota… Sifen Megersa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Shaashamanneetti haala kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee Abbootii Amantaa fi qaamolee nageenyaa waliin mari’atameera.…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Cuuphaa karaa nagaan kabajuuf hawaasa amantaa fi qaamolee nageenyaa waliin mariin… Sifen Megersa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC) – Ayyaana Cuuphaa sodaa nageenyaa tokko malee karaa nagaan kabajuuf hawaasa amantaa fi qaamolee nageenyaa waliin mariin gaggeeffameera. Bulchiinsi…