Ambaasaaddar Misgaanuun jila Inistiityuutii Qorannoo nageenyaa idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan jila Inistiityuutii Qorannoo nageenyaa idil Addunyaa waliin mari'ataniiru.…