Oduu biyya keessaa Ijaarsi Piroojektii Gola Ambaa Adwaa %77 irra gahuu ibsame Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Ijaarsi Piroojektii Gola Ambaa Adwaa Kiiloomeetira zeeroo %77 irra gahuu ibsame. Yeroo ammaa hojiileen xumuraa piroojektichaa hojjetamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Ergamni Komishinii Maree biyyaalessaa akka milkaa’u hoggantoonni Miisiyoonootaa qooda isaanii… Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) - Ergamni Komishinii Maree biyyaalessaa akka milkaa'u hoggantoonni Miisiyoonootaa qooda isaanii akka ba'an waamichi dhiyaatera. Leenjii hoggantoota…
Oduu biyya keessaa Liigiin Musiliimoota Idil Addunyaa hoggantoota Ministeera Nageenyaa waliin mari’ate Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) - Qindeessummaa Pireezidaantii Dhimmoota Islaamumnaa Waliigalaa Ityoophiyaa Sheek Hajii Ibraahiim Tufaan Liigiin Musiliimoota Idil Addunyaa hoggantoota…
Oduu biyya keessaa Namootaa waraqaa eenyummaa sobaan burjaajii uumanirratti tarkaanfiin fudhatama jira Debela Tadesse Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Namoota dhuunfaa waraqaa eenyummaa sobaa qopheessuun ‘Miseensa Dhaabbata Tajaajilaa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, dhabbilee mootummaa fi kanneen…
Ispoortii Atileetonni Ityoophiyaa Maaraatoonii Boostanirratti ni hirmaatu Debela Tadesse Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Atileetonni Ityoophiyaa Fiigicha Maaraatoonii Boostanirratti koorniyaa lamaniin akka hirmaatan qopheessitoonni dorgommichaa beeksisan. Dhiirotaan Atileet…
Ispoortii Sochiin “mass sport” guyyaa boruu akka Oromiyaatti ni gaggeeffama Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Sochiin "mass sport" akka Oromiyaatti namoota miiliyoona 1 ol hirmaachisu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Dhimma Dargaggoo fi Ispoortii…
Oduu biyya keessaa Baazaarii fi egzibiishiniin Intarpiraayizoota Maayikiroo, Xixiqqaa fi Giddugaleessaa Hawaasaatti… Debela Tadesse Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Baazaarii fi egzibiishiniin Intarpiraayzootaa Maayikiroo, Xixiqqaa fi Giddugaleessaa biyyaalessaa Magaalaa Hawaasaatti baname. Baazaarii fi egzibishiin…
Oduu biyya keessaa Embaasichi lammiilee Ityoophiyaa 200 karaa seeraan alaa Afrikaa Kibbaatti imaluuf turan gara biyyaa… Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Keeniyaatti Embaasiin Ityoophiyaa lammiilee Ityoophiyaa 200 daangaa Keeniyaa ce’uun karaa seeraan alaa gara Afrikaa Kibbaa imalauuf turan gara biyyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilwarqi Ministiroota Alaa Faransaayii fi Jarman waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Ityoophiyaa Saahilwarqi Zaawudeen Ministira Dhimma Alaa fi Awurooppaa Faransaay Kaatiriin Kolonaa fi Ministira Dhimma Alaa Federaalaa Jarman…
Oduu biyya keessaa Jilli Ambaasaaddar Tireesii An Jaakoobsaniin durfamu Magaalaa Jimmaa gale Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Jilli Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiiftuu Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An Jaakoobsaniin durfamu Magaalaa Jimmaa galeera. Jilichi wayita Buufata…