Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin gitasaanii Chaayinaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Chiin Gaang waliin mari’atan.…
Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti eegalame Sifen Megersa Jan 10, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa 28ffaan magaalaa Walisootti eegalameera. Shaampiyoonaan kun gosoota Ispoortii…
Biiznasii Waliigaltee nageenyaa asitti sochiileen hojii Paarkiiwwan indaastirii dadammaqaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaan booda sochiileen hojii Paarkiiwwan indaastirii dadammaqaa jiraachuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii beeksise. Gaaffii…
Oduu biyya keessaa Harki eebbifame mul’ata ifaa fi gochaa qabatamaa ta’een diinagdee ceesisa – Pireezidaanti Shimallis Sifen Megersa Jan 10, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Harki eebbifame mul’ata ifaa fi gochaa qabatamaa ta’een diinagdee ceesisa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Dhaloota…
Oduu biyya keessaa Liigiin Musiliimaa Idil Addunyaa Paatiriyaarkii Mana Amantaa Ortodoksii waliin mari’ate Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Liigiin Musiliimaa Idil Addunyaa Ityoophiyaatti iddoolee miidhaman deebisanii dhaabuuf Paatiriyaarkii Mana Amantaa Ortodoksii waliin mari’ateera. Jilli Liigii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ministira Alaa Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 10, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimmaa Alaa Chaayinaa Chiin Gaang waliin mari’atniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahmad…
Oduu biyya keessaa Faanaa Broodkaastiing Korporeetiifi Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa waliigaltee waliif… Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Faanaa Broodkaastiing Korporeetiifi Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa haala waliin hojjechuu danda’anirratti waliigaltee waliif mallatteessan.…
Oduu biyya keessaa Waggoottan 3’n darban hawaasaa Diyaaspoorarraa Doolaarri biiliyoonii 14 argame – TDI Sifen Megersa Jan 10, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Waggoottan 3’n darban hawaasaa Diyaaspoorarraa Doolaarri biiliyoonni 14 argamuu Tajaajilli Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksise. Tajaajilichi, Amajjii 18,…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 66 olitti tilmaamamu to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 66 fi kuma dhibba 6’tti tilmaamaman Waajjiraalee Gumruukaa dameewwan Dirree Dawaafi Jigjigaatti to’atamuu Komishiniin…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Baayidan Kaaliifoorniyaatti labsii yeroo ariifachiisaa labsan Sifen Megersa Jan 10, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Obomboleettii cimaa Rooba makeen Bulchiinsa Kaaliifoorniyaa muudate hordofee labsii yeroo ariifachiisaa labsaniiru.…