Jilli Obbo Eeliyaasiin durfamu Aanaa Malkaa Bal’ootti misooma Qamadii fi Ruuzii daawwate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Bal'ootti misooma Qamadii fi Ruuzii…