Pirojektiin bishaan dhugatii namoota kuma 500 fayyadamtoota taasisu ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa USAID Itiyophiyaatti namoota kuma 500 fayyadamtootaa kan taasisuu pirojekti bishaan dhugaatii fi qulqullina naannawaa…