Y/Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 618 eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota Muummee Barnoota garaagaraatiin barsiisaa ture 618 eebbise.
Yuunivarsiitichi barattoota digirii jalqabaa fi…