Naannoo Harariitti weerara dhibee koleeraa muudate to’achuuf hojjetamaa jiran – Biiroon fayyaa…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) - Naannoo Harariitti weerara dhibee koleeraa muudate to’achuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon fayyaa naannichaa beeksise.
Yeroo ammaa naannichatti…