Ismaarti Sitii ta’uun Magaalaa Adaamaa nageenyaa fi tasgabbii ishee mirkaneessaa jira-Obbo Haayilu…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Magaalaa Adaamaa teeknooloojii Ismaarti sitii hojiirraa oochuun nageenyi fi tasgabbiin akka mirkanaa’u taasiseera jedhan Kantiibaan Magaalaa Adaamaa…