Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fannoo mana Amantichaatti kabajame Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Mana Amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaatti ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos kabajameera. Phaaphasiin Mana Amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaa Kaardinaal…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaaritti Muuziin yeroo gabaabaatti oomisha kennuu misoomaa jira Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Naannoo Afaar Aanaalee garaagaraatti Muuziin yeroo gabaabaatti oomisha kennuu misoomaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa naannichaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos biyyoota garaagaraatti kabajama Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos biyyoota garaagaraatti sirnoota Adda Addaan kabajama. Ayyaannichi wareegama Iyyasuus Kiristoota dhala namaa fayyisuuf…
Oduu biyya keessaa Poolisiin shakkamtoota 89 to’annoo jala oolchuun meeshaalee qaama konkolaattoota hataman… Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee shakkamtoota 89 to'annoo jala oolchuun meeshaalee qaama konkolaattoota yeroo garaagaraatti hataman hedduu deebisiisuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Sooma Hiikaa nagaan akka kabajamu qophiin xumurame – Humna Walichaa Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Ayyaanni Sooma Hiikaa rakkoo nageenyaa malee nagaan akka kabajamu qophiin xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise. Humni walichaa naannolee…
Oduu biyya keessaa Warshichi guyyaatti qorichoota farraa Ilbiisotaa fi Aramaa liitira miiliyoona 3 .5 ol oomishaa… Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) –Warshaan farra Ilbiisotaa Adaamii Tulluu guyyaatti qorichoita farra Ilbiisotaa fi Aramaa liitira miiliyoona 3.5 ol oomishaa jiraachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaaf haalli mijataan uumamuu Obbo Adam Faaraahi ibsan Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) –Naannoo Amaaraatti nageenyi waaraa argamaa jiraachuu hordofee hojiilee misoomaaf haalli mijataan uumamuu Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwate Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwateera. Jilichi ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos kabajamaa jira Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan kabajamaa jira. Ayyaanni kun manneen Amantaa Ortodoksii Waloomaa, Kaatolikii fi…
Oduu biyya keessaa Giddugala Gabaa Aqaaqitti balaa Ibiddaa mudateen Suuqiwwan 16 gubachuu ibsame Sifen Megersa May 3, 2024 0 Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii Giddugala Gabaa Aqaaqiitti balaa Ibiddaa mudateen Suuqiwwan 16 gubachuu ibsameera. Halkan edaa naannawaa sa'aatii 3:10…