Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Barnoonni Bara 2017 eegale Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hojiin baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 eegaleera. Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu hanga kutaa 12ffaa keessatti simannaa…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Bayyanaan mallattoo qabsoo siyaasa nagaati-Dooktar Abiy Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaa Pheexioroos mallattoo qabsoo siyaasa nagaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad Pirofeesar…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos du’aan boqotan Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos du’aan Addunyaa kanarraa boqotan. Pirofeesar Bayyanaan du’aan boqochuu ilaalchisuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Giddugalawwan Cehumsa Baadiyyaa Indaastirii Qonnaa Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Galmoota ijoo mootummaan jijjiiramaa milkeessuuf socho’aa jiru keessaa tokko ummata dinagdeen yabbate ijaarudha. Galma kana fiixaan baassuuf gama tokkoon toora xiyyeeffannoo kan adda foo’e…
Ispoortii Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii… Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii ta’uun mudamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan qajeeltoowwan waliigaltee Jeneevaa ni kabajji-MDhA Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Bara Faranjootaa 1949 kan mallatteeffame qajeeltoowwan waliigaltee Jeneevaa akka kabajju Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Yaadannoon…
Oduu biyya keessaa Sirni Damaraa fi Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaanii eeggatanii akka kabajaman qophiin… Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Sirnoonni Damaraa Masqalaa fi Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eeggatee nagaan akka kabajamu qophiin taasifamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Ispoortii Itiyoophiyaan Yaa’ii Waliigalaa ‘CAF’ akka qopheessitu murtaa’e Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa ‘CAF’ Yaa’ii Waliigalaa Finfinneetti gaggeessuuf murteessuu ibsame. Koreen Hojii Raawwachiiftuu…
Teeknooloojii “Akkaawuntiin Saatalaayitii Tuuriizimii” ifoome Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Ragaa tuuriizimii qabachuuf kan gargaaru “Akkaawuntiin Saatalaayitii Tuuriizimii” ifoome. Akkaawunticha qopheessuuf waggaa tokkoo fi baatii ja’a kan…
Oduu biyya keessaa Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati-TKM Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ibse. Tajaajilichi Sadarkaa…