Idil Addunyaa Yukireen misaa’ela Raashiyaatti dhukaaste Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Yuukireen misaa’ela fageenya dheeraa furguggifamu gara Raashiyaatti dhukaasuun gabaafame. Guyyaa har’aa yeroo jalqabaaf Yukireen misaa’ela fayyadamuun…
Biiznasii Yuuniyenichi Bunarraa galii Doolaara miiliyoona 14 argachuuf hojjechaa jira Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Yuuniyeniin Kattaa Mudugaa Buna gabaa alaaf dhiheessuun galii Doolaara miiliyoona 14 argachuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Yuniyenichii yaa'ii isaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Itiyoophiyaa Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandiif ergaa baga gammadanii dabarse Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Mootummaan Itiyoophiyaa Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandii ta’uun kan Filataman Pireezidaanti Abdirrahmaan Mohaammad Abdillaahiin ergaa baga gammadanii…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Teelekoom tajaajila maxxansaa waraqa eenyummaa dijitaalaa eegale Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Itiyoo Teelekoom tajaajila maxxansa waraqaa eenyummaa dijitaalaa eegaluu beeksise. Tajaajilicha argachuufis maammiltoonni gaaffii maxxansa warqaa…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300 olitti tilmaamaman to’ataman Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Meeshaaleen kotiroobaandii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 55’tti tilmaaman to’atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksise. Koomishinichi hordoffii fi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf xiyyeeffanaan hojjetamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Naannichaa beeksise. Hogganaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee Muudamoota raggaasise Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Muudamoota dhiyaatan raggaasiseera. Haaluma kanaan: Injinar Wandimmuu Seetaa-Sadarkaa Kantiibaa Itti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee Muudamoota raggaasise Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Muudamoota dhiyaatan raggaasiseera. Haaluma kanaan: Injinar Wandimmuu Seetaa-Sadarkaa Kantiibaa Itti…
Oduu biyya keessaa Waa’ee Daldala Markaatoo fi Nagahee kennuurratti Aadde Adaanech maal jedhan? Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaala Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen har’a Mana Maree Bulchiinsa Magaalichaaf dhimma gibira kaffaluu fi wayita bittaa fi…
Oduu biyya keessaa Waggoottan 6’n darban guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ateera-Dooktar Fitsum Asaffaa Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Waggoottan 6’n darban tarkaanfiiwwan fooyyessii diinagdee fudhatama jiraniin guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ataniiru jedhan Ministirri…