Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad waa’ee qabsoo uummata Oromoo irratti qabxiiwwan ijoo…
Qabsoon uummata Oromoo jaarraa tokkoo ol kan ture ta’us, saffisa barbaadameen injifannoo osoo hin fidin kan tureef sababonni ijoo afur jiraachuu Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Sababni…