Oduu biyya keessaa Hojii Kaadaastera lafaarratti komiin ka’u maali? Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Magaalaa Shaggaritti hojiin Kaadaastera Lafaa madda malaammaltummaa hamaa ta’eera jedhamuun komiin bal’inaan ka’aa jira. Faanaa Biroodkaastiingi…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa lammiileen Itiyoophiyaa hundi yoo irratti hirmaatan milkaa’a-Komishinicha Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Mariin biyyaalessaa lammiileen Itiyoophiyaa hundi yoo irratti hirmaatan milkaa’a jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessa. Komishinichi Dhaabbilee Barnoota…
Oduu biyya keessaa Guddina Itiyoophiyaaf karoorri bu’uura kaa’an hojirra oolaa jiru –TKM Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Guddina Itiyoophiyaaf karoorri bu’uura kaa’an hojirra oolaa jirachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Seenaa Oromoo Harargeerratti xiyyeeffate Eebbifame Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Kitaabni Seenaa Oromoo Harargeerratti xiyyeeffate eebbifameera. Saganticharratti Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan,Af-yaa'ii Naannoo…
Ispoortii Itiyoophiyaan Taanzaaniyaa waliin Tapha ni taasifti Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 5ffaa Taanzaaniyaa waliin ni taphata. Taphichi har’a galgala…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’atan Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii dhimmoota…
Ispoortii Buunyessaa Maayik Taayisan Buunyessaa Jeek Paawuliin injifatame Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Dorgommii Buunyaa har’a barii taasiifameen Buunyessaa beekamaan Maayik Taayisan Jeek Jooseef Paawuliin injifatameera. Taayisan waggoota 19 booda…
Fayyaa Giddugala Wal’aansaa Yuunivarsiitii Jimmaatti kutaan wal’ansa lafee tajaajila eegale Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Giddugala Wal’aansaa Yuunivarsiitii Jimmaa kutaan tajaajila baqaqsanii wal’anuu lafee fi buusaalee tajaajila eegale. Kutichi tajaajila eegaluun lammiilee…
Oduu biyya keessaa Daandichi badhaasa “Daandii Xiyyaaraa Filatamaa Afrikaa” injifate Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa damee imaltoota bizinasiin badhaasa "Daandii Xiyyaaraa filatamaa Afrikaa” 2024 injifateera. Badhaasichaas walitti…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjooman Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjoomaniiru. dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruu ta’uu ibsuun, hawaasni aadaa dhiiga arjoomuu…