Ispoortii Tootenhaam galchii 4 fi 1n Astoon Viilaa Injifate Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Piriimeer Liigii Ingilaandiin Tootenhaam, Astoon Viilaa Injifateera. Tapha waaree booda sa'aatii 11:00 irraa eegalee taphatameen Tootenhaam galchii…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Haaromsaafii Muummicha jedhu jaal Ibsaa Nagawoon barreeffame eebbifame Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Kitaabni Haaromsaafii Muummicha jedhu qabsa'aa gameessa Jaal Ibsaa Nagawoon barreeffame eebbifame. Kitaabichi waa'ee mirga ummata Oromoo fi sabaaf…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa Xiyyaara Afrikaatti kan jalqabaa ta’e A350 – 1000 guyyaa lama… Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Imaltoota Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 jedhamu guyyaa lama booda ni fudhata. Daandiin…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Hora Habaasii fi Hora Liqimmee kabajame Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Magaalaa Shaashamanneetti Irreechaa Malkaa hora Habaasii fi Aanaa Dabra Libaanositti Irreechi Hora Liqimmee akkaataa duudhaasaa eegeen kabajameera.…
Oduu biyya keessaa Roobni waqtii malee roobaa jiru oomisha akka hin miine hawaasni oomisha yeroon akka sassaabu… Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Roobni waqtii hin eegne kutaalee biyyattii garaagaraatti roobaa jiraachuu hordofee hawaasni oomishni osoo hin miidhamin akka sassaabu waamichi…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa Aanaa Amiibaraa daawwatan Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Godina Gabii Raasutti hojiilee misoomaa Aanaa Amiibaraa daawwataniiru. Misooma Jirbii,…
Ispoortii Piriiimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Tootenhaam Astoon Viilaa, Maanchiister… Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Taphoota Piriiimeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni har'a Tootenhaam - Astoon Viilaa, Maanchiister Yuunaayitiid ammoo Cheelsii keessummeessan…
Oduu biyya keessaa Jilli Hoggantoota olaanoo Aadde Adaanech Abeebeen durfamu Maaleezyiyaa magaalaa Kuwaalaalaampuur… Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Jilli Hoggantoota olaanoo Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen durfamu Maaleezyiyaa magaalaa Kuwaalaalaampuur galeera. Jilichi…
Idil Addunyaa Balaa lolaa Ispeen mudateen lakkoofsi namoota du’anii 200 caaluu ibsame Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Kibba Lixa Ispeen Magaalaa Vaaleenshiyaatti Balaa lolaa mudateen lakkoofsi namoota du'anii 200 caaluu ibsameera. Rooba cimaa Roobuu hordofee balaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi malkaa Daabanaa Birbirsa lakkuu kabajame Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Godina Buunnoo Beddelleetti Irreechi Malkaa Daabanaa Birbirsa Lakkuu, akkaataa duudhaasaa eegeen kabajameera. Walitti qabaa Gumii Abbootii Gadaa…