Ispoortii Woolviis 1- 2 Maanchiister Siitii Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 8ffaa har'a waaree booda Woolviisii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatame olaantummaa Siitiin xumurame…
Oduu biyya keessaa Loltoonni shanee waamicha Mootummaa fudhachuun harka kennan leenjii haaromsaa kennamaafii ture… Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Loltoonni shanee Waamicha Mootummaan naannoo Oromiyaa irra deddeebiin taasise fudhachuun harka kennan leenjii haaromsaa kennamaafii ture xumuraniiru.…
Oduu biyya keessaa Hojii misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuuf kan oolu deeggarsi meeshaalee ijaarsaa Birrii… Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Ministeerri Galiiwwaniifi Komishiniin Gumuruukaa hojii misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuuf kan oolu deeggarsa meeshaalee ijaarsaa Birrii…
Oduu biyya keessaa Balaa dhidhimuu Bidiruu Haroo Caamootti mudateen walqabatee hanga ammaatti Reeffi namoota 12 argame Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Bidiruun Abbulloo Arfaacoo ka'uun Haroo Caamoorraan gara magaalaa Aarbaa Minci namoota 16 fi Muuzii feetee imalaa turte dhidhimuun walqabatee hanga…
Oduu biyya keessaa Tajaajilaa tolaa Waqtii gannaan Birrii biiliyoona 19.3 baraaruun danda’amuu ibsame Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Sadarkaa biyyaalessaatti Tajaajilaa tolaa Waqtii gannaan qabeenya Birrii biiliyoona 19.3 baraaruun danda'amuu ibsameera. Sagantaan cufiinsa…
Ispoortii Itiyoophiyaan dorgommii Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdiin meedaaliyaa Warqee argatte Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Itiyoophiyaan dorgommii Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdii dhiirootaan Jaappaanii fi Hindi injifachuun meedaaliyaa Warqee argatte.…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa qajeelchawwanii fi miseensota poolisii raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii… Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Poolisii Federaalaatti Qajeelchii Waliigalaa Ittisaa Yakkaa qajeelchawwanii fi miseensota poolisii raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii kenneera.…
Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Amistardaam koorniyaa lamaaniinuu injifatan Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Atileetoonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Neezerlaand magaalaa Amistardaamitti dorgomame korniyaa lamaaniinuu injifataniiru. Dorgommii Atileetota…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Baaroo kabajame Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Magaalaa Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajameera. Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, kutaaleen hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Calalaqaa kabajame Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Irreechi Malkaa Calalaqaa karaa nagaafi miidhagina qabuun kabajameera. Irreechi Malkaa…