Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaan Lubbuun namoota 2 darbe Tsehay Guluma Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)–Naannoo Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Godina Daawuroo Aanaa loomaa Boosaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbuun ibsame. Balichi konkolaataan…
Oduu biyya keessaa Sirni baniinsa bara hojii manneen maree lamaanii har’a gaggeeffama Debela Tadesse Oct 7, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Sirni baniinsa bara hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Mana Maree Federeeshinii har’a ni gaggeeffama. Sirni baniisa bara hojii 4ffaa waggaa…
Oduu biyya keessaa Kirikirri lafaa Finfinneetti mudate Gaara Fantaalleetti kirkira lafaa mudaterraan kan… Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Kirikirri lafaa Magaalaa Finfinneetti mudate dambalii kirkira lafaa Gaara Fantaalleetti mudaterraan kan uumame ta'uun ibsameera. Yuunivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa Hojiilee misoomaa dhaabbilee hedduuf fakkeenya ta’uu hojjechaa jira… Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa ergama biyyaalessaa qabuttun cinaatti Hojiilee misomaa dhaabbilee hedduuf fakkeenya ta’uu hojjechaa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Ajajichi humna raawwachiisummaa hoggantootaa cimsaa jira jedhame Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Daalool dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa cimsaa jiraachuun ibsame. Ajajichi loltoota leenji gahumsa…
Biiznasii Giddugalli leenjii Ajaja Humna Qilleensaa fi Komaandoo loltoota bu’uuraa eebbisiise Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Giddugalli Leenjii Humna Qilleensaa fi Komaandoo Bilaattee loltoota bu’uuraa leenjisaa ture eebbisiiseera. Sirna eebbichaarratti Gorsaa Itaamaajoor…
Oduu biyya keessaa Godinichi Buna toonii kuma 200 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Godina Jimmaatti Buna toonii kuma 200 gabaa giddugalaaf dhiheessuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuun ibsame. Qulqulina bunaa eegsisuun haala danda'amu…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee duudhaasaa eeggatee xumurameera-A/G Goobana Hoolaa Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee Magaalaa Bishooftuutti karaa duudhaasaa eeggatee fi haala hoo’aa ta’een kabajamee xumuramuu Abbaan Gadaa Tuulaamaa Goobana…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Harsadee karaa duudhaasaa eeggateen kabajamee xumurameera-Poolisii Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee, namoonni kuma Kitilaan lakkaa’aman irratti hirmaatan karaa duudhaasaa eeggateen kabajamee xumuramuu Komishinii Poolisii…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee fi harsadee milkiin xumuramuun guddummaa Oromoo kan mul’isedha-Pir.… Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Irreechi Hora Finfinneefi Hora Arsadee milkiin xumuramuun guddummaa Oromoo roga hundaan kan mul'iseedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…