Oduu biyya keessaa Piroojektii Wancii – Dandii Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Xiyyeeffannoon mootummaan damee Turizimiif kennuun hojjetamaa jiru keessaa Piroojektiin Wancii - Dandii isa tokko. Piroojektiin Wancii - Dandii Kiiloo meetira 135…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Damaraa sababeeffachuun Addabaabayiin Masqalaa qulqulleeffame Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Damaraa sababeeffachuun Addabaabayii Masqalaa qulqulleesse. Dureewwan amantaalee garaagaraa fi hordoftoonni…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Ministeera Alaa Ameerikaatti Gargaartuu Ministiraa Dhimmoota Afrikaa waliin… Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministeera Alaa Ameerikaatti Gargaartuu Ministiraa Dhimmoota Afrikaa Moolii Fii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Ergoggeen Garee jilaa Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoggee Tasfaayeen miseensota garee Jilaa Chaayinaa waliin mari’ataniiru. Mariin…
Oduu biyya keessaa Hoggansi yeroo kamuu caalaa miira tajaajiltummaan bu’aa qabeessummaaf hojjechuu qaba-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Utubaalee ce’umsaa Biyyaa hirmaannaa fi qindoomina olaanaan milkeessuun Itiyoophiyaa badhaatee uumuuf hoggansi yeroo kamuu caalaa miira taajaajiltummaan…
Oduu biyya keessaa Haleellaawwan Israa’eeliif gareen hidhattootaa deebii kennaa jiraachuun gabaafame Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Israa’eel bakkeewwan qiyyaafannaa Hiizoolaa irratti haleellaa bal’aa yoo geessistu gareen hidhattootaas bulchiinsa Israa’eel keessatti haleellaa rookeetii…
Biiznasii Paarkiin Indaastirii Adaamaa bara kana oomishaalee alaa galan Birrii biiliyoona 3.6 ol baasaan biyya… Sifen Megersa Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Adaamaa oomishaalee gabaa alaaf dhiyaatan dabalataan bara kana oomishaalee alaa galan Birrii biiliyoona 3.6 ol baasaan biyya…
Teeknooloojii Itiyoo Teelee Koom Tajaajila ‘Kooppar Isiwiich of’ jedhamu ifoomse Sifen Megersa Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC) – Itiyoo Teelee Koom sararoota Koopparii gara Faayibariitti jijjiiruu Interniitii Biroodbaandii ammayyaa abbaa haadaa fi tajaajila sagalee Daataatarratti…
Oduu biyya keessaa “Masalaan” Kabajame Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Jijjiirraan bara haaraa ummata Kambaataa “Masalaan” sirnoota garaagaraatiin kabajameera. Sirna kabaja ayyaanichaarratti hawaasni godinichaa agarsiisaa…
Oduu biyya keessaa Irreechaa duudhaafi safuu isaa eegnee kabajuu qabna-A/G Goobana Hoolaa Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)-Ayyaana Irreechaa duudhaa fi safuu isaa eegnee kabajuu qabna jedhan Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaan. Irrechaa bara 2017 ilaalchisuun mariin…