Oduu biyya keessaa Giddugalawwan Cehumsa Baadiyyaa Indaastirii Qonnaa Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Galmoota ijoo mootummaan jijjiiramaa milkeessuuf socho’aa jiru keessaa tokko ummata dinagdeen yabbate ijaarudha. Galma kana fiixaan baassuuf gama tokkoon toora xiyyeeffannoo kan adda foo’e…
Ispoortii Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii… Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii ta’uun mudamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan qajeeltoowwan waliigaltee Jeneevaa ni kabajji-MDhA Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Bara Faranjootaa 1949 kan mallatteeffame qajeeltoowwan waliigaltee Jeneevaa akka kabajju Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Yaadannoon…
Oduu biyya keessaa Sirni Damaraa fi Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaanii eeggatanii akka kabajaman qophiin… Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Sirnoonni Damaraa Masqalaa fi Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eeggatee nagaan akka kabajamu qophiin taasifamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Ispoortii Itiyoophiyaan Yaa’ii Waliigalaa ‘CAF’ akka qopheessitu murtaa’e Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa ‘CAF’ Yaa’ii Waliigalaa Finfinneetti gaggeessuuf murteessuu ibsame. Koreen Hojii Raawwachiiftuu…
Teeknooloojii “Akkaawuntiin Saatalaayitii Tuuriizimii” ifoome Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Ragaa tuuriizimii qabachuuf kan gargaaru “Akkaawuntiin Saatalaayitii Tuuriizimii” ifoome. Akkaawunticha qopheessuuf waggaa tokkoo fi baatii ja’a kan…
Oduu biyya keessaa Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati-TKM Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ibse. Tajaajilichi Sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 boru eegala – BBO Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Naannaaoo Oromiyaatti adeemsii baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 guyyaa boruu kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa naannichaa ibseera. Boru Manneen…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 har’a ifatti eegalame Sifen Megersa Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 har’a ifatti eegalameera. Dhaabbilee barnootaa mootummaa fi dhuunfaa hunda…
Idil Addunyaa Tiraampirratti ammas yaaliin ajjeechaa raawwatamuun gabaafame Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa fi kan ammaa filannoorratti irra deebiin hirmaachuuf morkataa jiran Doonaaldi Tiraampi dirree tapha goolfii isaanii…