Ispoortii Tootenhaam 0 – 1 Arsenaal Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) –Taphni Darbii Kaaba Landan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera. Galchii Gabriel Magalhães daqiiqaa 64' irratti galcheen Arsenaal Tootenhaam injifateera.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa misooma ishee mirkaneeffachuun ala fedhii biyya kamiiyyuu miidhuu hin qabdu –… Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa misooma ishee mirkaneeffachuun ala fedhii biyya kamiiyyuu miidhuu kan hin qabne ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mowuliidaa Masjiida guddicha Anwaaritti kabajame Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaanni Mowuliidaa waggaan kumni 1 fi 499ffaan Finfinnee Masjiida guddicha Anwaaritti kabajameera. Abbootiin Amantaa, Hordoftoonni Amantichaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mowuliidaa Magaalaa Jimmaa fi naannawaa isheetti kabajame Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaannii dhaloota Nabii Muhammad (S.A.W)kan bara kuma 1 fi 499ffaa Magaalaa Jimmaafi naannoosheetti sirna ho'aa ta'een kabajameera. Ayyaanichii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mowuliidaa Magaalota garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaannii dhaloota Nabii Muhammad (S.A.W)kan bara kuma 1 fi 499ffaa Magaalota garaagaraatti kabajameera. Ayyaanichii magaalaa Hararii, Walaayittaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaan tumsa waraanaa qaban cimsuuf waliigalan Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Chaayinaan tumsa waraanaa qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru. Jilli Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal…
Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Siidinii injifatan Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Awustiraaliyaa magaalaa Siidiniitti gaggeeffame injifataniiru. Fiigicha dubartoota gidduutti…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandin taphni darbii Kaaba landan har’a taphatamu hawwiin eegama Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 4ffaan taphni har’a Tootenhaamii fi Arsenaal gidduutti taphatamu hawwiin eegama. Taphni darbii kaaba Landan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 14, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Mawulidaa boru kabajamu ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ergaa isaaniin ayyaanni…
Idil Addunyaa Koongootti namoota yaalii fonqolcha mootummaa taasisan 37 du’aan akka adabaman itti murtaa’e Debela Tadesse Sep 14, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)- Rippaabilikii Diimokiraatawaa Koongootti namoota yaalii fonqolcha mootummaa taasisan 37 du’aan akka adabaman itti murtaa’e. Namoonni murtichi itti…