Chaayinaan Yuuwaanii miiliyoona 400 Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisuuf waadaa galte
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Chaayinaan Piroojektoota garaagaraa raawwachiisuuf kan oolu Yuuwaanii miiliyoona 400 Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisuuf waadaa galuu Ministirri Ministeera…