Idil Addunyaa Paartileen Afrikaa Kibbaa mootummaa waloo ijaaruuf waliigalan Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Paartileen Afrikaa Kibbaa filannoo torban lama dura gaggeefameen sagalee mootummaa ijaaruu osoo hin argatiin hafan mootummaa waloo ijaaruuf…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hoggantoota paartilee siyaasaa miseensoota mana maree waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hoggantoota paartilee siyaasaa miseensoota mana maree magaalattii waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Qonna Arfaasaan callaan kuntaalli miiliyoona 28 ni eegama-BQO Debela Tadesse Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Qonna Arfaasaan lafa hektaara miiliyoona 1.5 misoomerraa callaan kuntaalli miiliyoona 28 kan eegamu ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Godina…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 35ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarseera. 1.Wixnee…
Oduu biyya keessaa Dameen Tuurizimii gumaacha diinagdeef taasisu guddisuuf hojiileen hojjetaman bu’aan galmeessaa… Debela Tadesse Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Bakkeewwan hawataa Tuurizimii biyyattii maddaa qabeenyaa akka ta’aniif hojiilee hojjetamaa jiraniin bu’aaleen galmaa’u Ministirri Ministeera Tuurizimii…
Oduu biyya keessaa Miidha daa’immanii ittisuuf sirni qabiinsa odeeffannoo daa’immanii hojiirra ooleera-Dooktar Ergoggee… Debela Tadesse Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Miidhaa daa’immanii ittisuuf sirni qabiinsa odeeffannoo daa’immanii hojiirra ooleera jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina misoomaa fi guddina galmaa’eetti bu’uureffachuun daran hojjechuun barbachisaadha-Obbo… Debela Tadesse Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)-Milkaa’inaa misoomaa fi guddina galmaa’eef bu’uureffachuun daran hojjechuun barbachisaa ta’u Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Badhaasa Artiist Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan Waxabajjii 22, 2016 gaggeeffama Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Sagantaan Badhaasa Artiist Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan Waxabajjii 22, 2016 kan gaggeeffamu ta’uu Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa ibse. Badhaasni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’e… Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’uu Ministirri Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan…
Fayyaa Galteewwan wal’aansaa fi qorichaaleen %36 ta’an oomisha biyya keessaan bakka buufamuu ibsame Debela Tadesse Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti yeroo ammaa galteewwan wal’aansaa fi qorichaaleen %36 ta’an oomisha biyya keessaan bakka buufamuu Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar…