Oduu biyya keessaa Jilli Afyaa’otaa Aanaa Gobbaatti hojiilee misoomaa daawwate Tsehay Guluma Jun 8, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaanii fi Afyaa'ota Naannolee fi Magaalota Lamaanii Godina Baalee Aanaa Gobbaatti hojiilee…
Oduu biyya keessaa Jijjiirraan Baraa Saba Beenchi “Biisti Baar” kabajamaa jira Debela Tadesse Jun 8, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)- Jijjiirraan Baraa Saba Beenchi “Biisti Baar” Magalaa Miizaan Amaanitti kabajamaa jira. “Biisti Baar“ gara bara haaraatti ce’uu kan itti labsamu,…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti waltajjiin marii hawaasaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 8, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti waltajjiin marii hawaasa mata dure “Hirkaatummaarra gara oomishtummaa Birmadummaa fi kabajaa…
Oduu biyya keessaa Galmeen waliigaltee seeraa qabeessaa kireessaa fi kireeffataa Magaalaa Finfinneetti har’a eegala Debela Tadesse Jun 8, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Galmeen waliigaltee seeraa qabeessaa kireessaa fi kireeffataa Magaalaa Finfinneetti har’a kan eegalu ta’uu Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Manneenii…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa Xumuruuf hirmaannaa taasisuu qabna-Amb. Misgaanuu Argaa Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Mallattoo walta’iinsaa kan ta’e Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumuruuf hirmaannaa taasisuu qabna jechuun Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 966 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Balalii marsaa sadii har’a gaggeeffameen lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arbiyaatti haala rakkisaa keessa turan 966 gara biyyaatti deebi’aniiru.…
Oduu biyya keessaa Shawaa Lixaatti Pirojektonni 700 ol Birrii biiliyoona 3 oliin ijaaraman xumuramuun ibsame Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)-Godina Shawaa Lixaatti pirojektoonni misoomaa 762 Birrii biiliyoona 3 fi miiliyoona 396 oliin ijaaraman xumuramuun eebbaaf qophaa'uun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Arsii Lixaatti Moosee kuntaala miiliyoona 8 ol argachuuf hojjatamaa jira jedhame Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti oomisha Moosee kuntaala miiliyoona 8 ol argachuuf hojjatamaa jiraachuun ibsame. Itti Gaafatamaa Ittaanaan Waajjira Qonnaa Godina…
Oduu biyya keessaa Qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Walaayittaa Sooddootti hojiilee Misooma daawwatan Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa fi Naannoo, Magaala Walaayittaa Sooddootti hojiilee Misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Daawwannicharratti…
Oduu biyya keessaa Jilli Afyaa’otaa Magaalaa Roobeetti hojiilee misoomaa daawwate Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)-Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan dabalatee Afyaa'ota naannolee fi bulchiinsa magaalotaa Godina Baalee Magaalaa Roobeetti hojiilee…