Oduu biyya keessaa Hojiileen misooma qonnaa Aanaa Qondaalaa daawwatame Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)-Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaan Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Wallagga Lixaatti hojiilee misooma qonnaa Aanaa Qondaalaa daawwateera.…
Idil Addunyaa Waraanni Yuukireen misaa’eloota 5 fi dirooniiwwan 48 Raashiyaarraa dhukaafaman kuffisuu beeksise Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Humni Qilleensaa Yuukireen, kan Raashiyaan halkan dhukaafte misaa’eloota shanii fi dirooniiwwan 53 keessaa 48 rukuttee kuffisuu waraanni…
Oduu biyya keessaa Qormaanni Rimeediyaalii Waxabajjii 9 kennamuuf ture Waxabajjii 11’tti jijjiirame Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Qormaanni Rimeediyaalii Waxabajjii 9, 2016 kennamuuf ture gara Walxabajjii 11, 2016’tti jijjiiramuu Ministeerri Barnootaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Saa’udii Birrii Biiliyoonaa 260 damee invastimantiirratti bobba’aniiru-MDhA Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Waggoottan kurnan lamaan darban abbootiin qabeenyaa Saa’ud Arabiyaa Birrii biiliyoona 260 galmeessan Itiyoophiyaatti pirojektoota invastimantii…
Oduu biyya keessaa Wixineen baajata 2017 Tiriiliyoona 1’tti dhiyaatu Mana Maree Ministirootaaf dhiyaate Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 34ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Walga’ichaan wixinee labsii…
Oduu biyya keessaa Hawuzeentti balaa tiraafikaan lubbuun hirmaattota cidhaa 3 darbe Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Naannoo Tigraay Aanaa Hawuzeenitti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun hirmaattota chidhaa sadii darbuun ibsame. Balichi Konkolaataa misirroo,…
Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunya waliin mari’atan Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Tewoodiroos Adihaanoom waliin…
Oduu biyya keessaa Daawwannichi filmaatawwan invastimantii akka hubannu nu taasiseera-Jila Saa’udii Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti daawwannaa invastimantii taasisaniin damee invastimantii biyyaattii hubachuuf carraa uumuu Jilli Bizinasii fi Invastimantii Saa’ud Arabiyaa…
Oduu biyya keessaa Bara aangoo haaraatti tumsi Hindiin Itiyoophiyaa waliin qabdu ni dagaaga-Naareendiraa Moodii Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)-Bara aangoo haaraatti Hindiin tumsaa Itiyoophiyaa waliin qabdu akka dagaagu Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin ibsan. Filannoo Hindiitti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti nageenya waaraa mirkaneessu bira darbee gaaffiilee misoomaaf qabatamaan deebiin… Debela Tadesse Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Naannoo Somaaleetti tokkummaa hoggansaa fiduun nageenya waaraa mirkaneessuu bira darbee gaaffiilee misoomaaf qabatamaan deebiin kennamaa jiraaachuu…