Oduu biyya keessaa Obbo Ibraahim Malkaa Du’aan boqotan Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Qabsa’aa gameessi ummata Oromoo Obbo Ibraahim Malkaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotan. Obbo Ibraahim Malkaan qabsaa’aa gameessa, sirna Abbaa irree Dargii…
Fayyaa Wal’aansa baqaqsanii yaaluun nama tokko keessaa Sibiloonni 110 ba’e Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Hospitaala Kompireheensivii Ispeeshaalayizdii Alartitti wal’aansa baqaqsanii yaaluun ga’eessa umrii Waggaa 46 keessaa sibiloonni gosa garaagaraa 110 ol ba’uun…
Oduu biyya keessaa ‘Airbus A350-1000’ 2ffaan Tajaajila Mijataa kan cimsu ta’uun ibsame Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Xiyyaarri 'Airbus A350-1000' (ET-BAX) 2ffaan tajaajila mijataa fi ammayyaa’a Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa maamiltootaaf kennaa jiru kan cimsu ta’uun…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwatan Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwataniiru. Pirojektichi…
Oduu biyya keessaa Wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tattaaffiin taasifamaa jiru fakkeenya-Pirof.… Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tattaaffiin taasifamaa jiru fakkeenyummaan kan ibsamuudha jedhan Ministirri Ministeeraa Barnootaa Pirofeesar…
Fayyaa Guyyaan HIV AID’s sadarkaa Oromiyaatti Boru Shaashamanneetti kabajama Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Guyyaan HIV AID's Sadarkaa Oromiyaatti borii Magaalaa Shaashamanneetti kan kabajamu ta’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Hoogganaa Itti Aanaa Biirichaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa dhaabbilee lama waliin waliigaltee mallattesse Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Daandiin Qiilleensa Itiyoophiyaa Dhaabbata Ayiveeshinii Heenaan Chaayinaa fi Garee Fichiisisa Shiiyaaman waliin hojjechuuf waliigaltee mallattesseera.…
Oduu biyya keessaa Godaantoonni 169 gara Biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Godaantoota seeraan alaa169 balallii marsaa lamaan gara biyyaatti deebisuu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Embaasichi Dhaabbata Godaantoota…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin xumuraa Guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka Pireezidaanti Taayyeen… Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Waltajjiin xumuraa guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen argamanitti Yaadannoo Injifannoo Adwaatti…
Oduu biyya keessaa Zooniin Addaa Diinagdee beekkamtii Magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Zooniin Addaa Diinagdee Sadarkaa Idil Addunyaatti beekkamtii magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e Waliigalticha Daayrektarri…