Oduu biyya keessaa Konfiransiin WMO damee Boolee gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Konfiransiin Waldaa Misoomaa Oromiyaa damee Kutaa Magaalaa Boolee gaggeeffamaa jira. Walitti qabaan Boordii Waldaa Misooma Oromiyaa Obbo Abbaaduulaa…
Oduu biyya keessaa Leenjiin tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaa marsaa 10ffaan Yuunivarsiitii Hawaasatti eegalame Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Ministeera Nageenyaan kan qophaa'e Leenjiin tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaa marsaa 10ffaan Yuunivarsiitii Hawaasatti eegalameera. Leenjichi mata…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti fayyadamtummaa ummataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Obbo… Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Naannoo Harariitti bu'aalee gaggaarii argaman itti fufsiisuun hanqinoota jiran sirreessuun fayyadamtummaa ummataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaan injifatan Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaanitti gaggeeffamaa jiru injifatan. Fiigicha meetira kuma 1 fi…
Ispoortii Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 injifatte Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 Loosanjalasitti fiigame injifatte. Atileet Dirribeen fageenyicha daqiiqaa 3:55.25…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy appilikeeshinii hirmaannaa lammiilee eegalchiisan Sifen Megersa May 19, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Komishinii Poolisii Federaalaa fi Inistiityuutii Intalejansii Artifishaalii walii ta'uun appilikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Mana marichaa Godina Jimmaatti Buna kilaasteraan misoomaa jiru daawwate Sifen Megersa May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Miseensonni Koree Dhaabbii Dhimmoota Qonnaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Godina Jimmaatti Buna Kilaasteraan misoomaa jiru daawwateera. Miseensoonni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Agarsiisa Istiraayid Itiyoophiyaa banan Sifen Megersa May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa Istiraayid Itiyoophiyaa 2024 Paarkii Teeknooloojii Odeeffannoo Itiyoophiyaatti eebbisiisuun…
Oduu biyya keessaa Hojiin haasawa jibbiinsaa fi olola sobaa ittisuu eegalame cimee itti fufuu qaba – MMBBU Sifen Megersa May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa hojii haasawa jibbiinsaa fi olola sobaa ittisuu eegale cimsee itti fufuu akka qabu Manni Maree Bakka Bu'oota…
Fayyaa Godinichatti sosochiin Ittisaa Dhibee koleraa fi Dhiigaa arjoomuu eegalame Sifen Megersa May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaati sosochiin Ittisaa Dhibee koleraa fi Dhiigaa arjoomuu eegalameera. Bulchaan godina Harargee Bahaa Aadde Miskii Mahammad dhiibee…